Archive | September, 2015

አርባ‬ ምንጭ የነበረው የአሜሪካ መንግስት የመከላከያ ኃይል ቡድን አካባቢውን ለቆ እየወጣ ነው

‪(Zehabasha) — አርባ ምንጭ የነበረው የዩናይትድ ስቴትስ አሜሪካ መንግስት የመከላከያ ኃይል ቡድን ከባለፈው ሳምንት ሐሙስ ጀምሮ አካባቢውን ለቆ እየወጣ እንደሆነ ታወቀ፡፡ ‪‎ህወሓት በሁመራ የሚገኙ 40 የንግድ ቤቶችን ራሱ በስውር በእሳት አቃጥሎ በአካባቢው በሚንቀሳቀሱ የታጠቁ የነፃነት ድርጅቶች ለማላከክ እየሞከረ እንደሚገኝ ከውስጥ አዋቂ ምንጮቻችን የተገኘው መረጃ አጋለጠ፡፡ አርባ ምንጭ የነበረው የዩናይትድ ስቴትስ አሜሪካ መንግስት የመከላከያ ኃይል ቡድን […]

Continue Reading 1
Oromo Musics, September 29, 2015

Oromo Musics, September 29, 2015

Haacaaluu Hundessa “Oromiyaa Tiyya” @ OSFNA 2015 CLOSING NIGHT Ashenafi Lemma – Oromiyaa Tiyya **NEW**2015 (Oromo Music) Teferi Mekonen – Madda Seenaa **NEW**2015 (Oromo Music) **New**Oromo/Oromia Music (2015) Abbabaa Dhugaasaa

Continue Reading 2
ganama

NUUF BAHI YAA BIIFTUU!

Najiib Zannuun irraa Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti maaltu tahee? Ifnikee garayyuu hangayaa Hundaahuu wal gayaa Dukkana maaf tahe carraan Oromiyaa? Biiftuu… ormaaf baatee Nurraa maaliif turtee? Maaliif nu calliftee…. Dukkanatti nu dhiifte? Dukkanaan haguugamnee Ifa arguu feenee….. Hawwiidhaan guutamnee […]

Continue Reading 0
Qondaalota TPLF

Mediation to try to take TPLF out of its internal crisis.

Africaintelligence.com The pathetic squabbles inside the TPLF are putting the ruling EPRDF coalition into danger. A group of mediators is trying to find an agreement between the movement’s two rival factions: the Mekele group under Abay Woldu and the Addis Ababa faction under Deputy PM Debretsion Gebremichael. The mission was attributed to Abaye Tsehaye, one […]

Continue Reading 11
sbo

Hoongee fi Gogiinsa Oromiyaa Keessaa Lammiilee Hubaa Jiru…

Gabaasa Sagalee Bilisummaa Oromoo Impaayera Itoophiyaa keessatti imaammata dabaa murni wayyaanee hordofaa jiru irraa kan kahe hoongee fi gogiinsi uumame lubbuu lammiilee fi  beeyladaa balaa ulfaataaf saaxilaa jira. Keessumaa ammoo dacheen Oromiyaa jiidhinaa fi badhaadhinaan beekkamtu imaammatuma gartuu abbaa irree kanaatiin ontee fi gogdee lammiileen kumootaan nyaata dhabuun leeccalloo isaaniis hurgufatanii hiraara argaa jiru. Mootummaan […]

Continue Reading 0
123magartuu

Gaazzexeessituu Magartuu Lammii koolugaltummaa gaafatee

Media mootummaa wayyaaneen to’atamuu fi harka egamtoota isaatti argamu TVO jedhamu irra hojjechaa kan turte Gaazzexeessituu Magartuu Lammii sirnicha waliin hojjechuu lagachuun biyya alaa dhaqxetti koolugaltummaa gaafachuu ishee SBOn mirkaneesse. (SBO) — Maddi Oduu SBO Torontoo Kanadaa irraa har’a Fulbaana 27, 2015 akka hubachiisetti TVO, kan ummatni TV qonnaa ykn TV. A. Duulaa jechuun yaamu, […]

Continue Reading 13
Oromia’s Irreecha Festival – A Revival of an Ancient African Culture – An Attempt to Understand and Explain

Oromia’s Irreecha Festival – A Revival of an Ancient African Culture – An Attempt to Understand and Explain

By Mekuria Bulcha, Ph. D. Irreecha (also spelled Irreessa), the Oromo equivalent of Thanksgiving, was traditionally celebrated bi-annually in different parts of the Oromo country. The Irreecha Birra festival is celebrated in the month of September and Irreecha Arfaasaa in the month of April. Although it was a non-political festival, the irreecha was suppressed by […]

Continue Reading 84
GW_2015

Baga Ayyaana Irreecha Birraa Bara 2015 Isin Gahe

Irreecha birraa 2015 ilaalchisee ibsa Gumii Waaqeffannaa irraa kenname Waaqa (Gadaa) — Akka amantii Waaqeffannaatti, Waaqni uumaa waa maraati. Uumama qoollo kana keessa jiraatu kanneen lubbu qabeeyyii fi maleeyyii ta’an hunda kan uumee fi tiksee kan jiraachisu Waaqa dha. Waaqni fulla’aa beelii-belel. Hin dhalu, hin dhalchu, kan hin dulloomnee fi hin duune jiraataa bara baraati. […]

Continue Reading 1

Designed and Developed by NextGen IT Solutions