Archive | May, 2016

13322062_1728848720725849_859574405224659257_n

#OromoProtests, May 31, 2016

‪‪#‎oromoprotests‬ Yroo ammaa kana Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Magaalaa Laangey keessatti mormiin ummataa geggeeffamaa jira. Mormiin kun kan eegale loltuun Wayyaanee tokko gurbaa Nadhii Yunus jedhamu lafumaa ka’;ee rasaasaan dhayee madessuu iusaatin. Ummanni dirmachuu dhufee yeroo ammaa dhaadannoofi dhiichisaan mootummaa balaaleffachaa jira. Jirattonni akka himanni ummanni baadiyyaa bya’inaan gara magaalaa seenaa akka jiruufi loltoonnis dhukaasa […]

Continue Reading 1
habre

Kanneen harka isaanii dhiiga ummattoota cunqurfamoon dhiqatan, hagamuu yoo ture, yakka dalaganiif itti gaafatamu: Oduu yakkamtooti Mootuommaa Ixoophiyaa dhagahuu hin barbaanne

Manni murtii addaa kan Tokkumaa Afriikaa biyya Seneegaal keessatti, prezedaantii biyya Chaad kan duraanii Hiseen Habree hidhaa umurii guutuu, kaleessaa gaafa 30/05/2015 itti murteesseera. Bara 1982 irraa hanga bara 1990tti, yeroo  prezedaantii Chaad turetti, nammi kan aangoo cimaa kan  qabu  fi guddoo  sodaatamaa ture . Bulchiinsi isaa, humna poolisaa hamaa kan ummata nagaa: ajjeessaa, guraaraa […]

Continue Reading 2
PAFD

Peoples’ Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) Categorically Condemns the Past and Ongoing Massacre of Unarmed Civilians by TPLF/EPRDF’s Ethiopian Government

Press Release on the occasion of 14th Commemorative anniversary of Sidama Loqqee Massacre and the Massacre of the other civilians. May 30, 2016, London The repeated massacres and genocides of past 25 years that the TPLF’s barbaric regime has committed on unarmed civilians of all regions-and the ongoing indiscriminate massacres it is committing now are […]

Continue Reading 2
slf

The Sidama Nation Globally Marks the 14th Commemorative Anniversary of Sidama Loqqee Massacre

May 30, 2016, London Conference Press Release by Sidama National Liberation Front (SNLF) About six dozen confirmed and several dozen unconfirmed Sidama civilians have been indiscriminately gunned down in broad day lights by Ethiopian armed forces on May 24, 2002 in Sidama land whilst peacefully protesting government’s continued denial of constitutionally guaranteed rights to regional […]

Continue Reading 0
tarkaanfii-mdg-2

Magaazinni Kuufama Meeshaa Wayyaanotaa Goorootti Argamu Guutummatti Barbadaaye

Gabaasa Qeerroo Finfinnee, Caamsaa 31, 2016 Ummanni onneen isaa gabrummaan madaaye mirga isaa falmachuu fi qabeenya ofiif qabsaawuun gonkumaa hin dhaabbatu. Haala kanaan guyyaa Wayyaanonni ayyaana Gimbot 20 jechuun magaalaa Finfinee keessatti qophiitti jiran irratti humni hin beekamiin tokko qabeenya Investera Tigray kan ta’e magaazina kuufama meeshaa Wayyaanootaa guddaa naannoo Finfinnee lafa Gooroo jedhamutti kan […]

Continue Reading 0
13335876_1069973013097514_1028004272762733914_n

#OromoProtests, May 30, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Caamsaa 30, 2016 Barattoonni Wallaggaa Lixaa, Gimbii haqamuu qoruumsaatiif dhiichisaan gammachuu isaanii ibsachaa turan…. Students celebrating victory in Gimbi, West Walaga earlier toda #‎oromoprotests‬ oromiya baha goodin haragee baha guyyaa hara,a Aana Dobbaati Loola Akkaan Hamaatu Itti Oole Looltotni Tplf Heddutu Dhume Knf Magaalan Dobbaa Fi Naannoo Sanitti Agazin Yeroo Dhahamu Dhoysaan Fe,ama Namni […]

Continue Reading 1
6d4691ab-44a4-40cc-9dc8-70c4f21287d2

የወያኔ ትምህርት ሚኒስቴር መግለጫ የኦሮሞን ህዝብ የእምቢታ ኣቅም ዳግም ያስመሰከረ ድል ነው | Oromo protesters ‘force suspension of Ethiopia university exams’

ቦሩ በራቃ እነሆ የወያኔ ትምህርት ሚኒስቴር የ12ኛ ክፍል ብሄራዊ ፈተና ለሌላ ጊዜ እንዲዛወር ወስኗል። ውሳኔውን ያደረገው ደግሞ ወዶና ፈቅዶ ሳይሆን በኦሮሞ ህዝብ የተቀናጀ ትግል ተገዶ ነው። እንደሚታወቀው የኦሮሞ ተማሪዎችና ኣክቲቪስቶች ላለፉት ተከታታይ ሳምንታት በሰከነ መልኩ ያሰቡበትን ጥያቄ ሲያቀርቡ ነበረ። በኦሮምያ ለወራት እየተካሄደ ካለው ህዝባዊ ኣመፅ ጋር በተያያዘ የክልሉ ተማሪዎች በተረጋጋ መንፈስ ለፈተናው ባለመዘጋጀታቸው የፈተናው ወቅት […]

Continue Reading 8
HRLHA

Ethiopia- Gross Human Rights Violations

Submission to:  Human Rights Council – 32nd Session UN, 13 June – 1 July 2016, Geneva, Switzerland Item 4 –  Human rights situations that require the Council’s attention May 29, 2016 (HRLHA) – Ever since November of 2015 and still going on are serious human rights violations in Oromia Regional State of Ethiopia. Peaceful protestors […]

Continue Reading 1
jelala_yal

Sefir and Jelela Lead Ethiopian Dominance at Ottawa Marathon

(IAAF) — Ethiopians dominated both the men’s and women’s races filling all but one of the podium places at the 2016 Scotiabank Ottawa Marathon, an IAAF Gold Label Road Race, on Sunday (29). Under warm and humid conditions Dino Sefir ran away from what had been considered a very tightly competitive group to win in […]

Continue Reading 0
qeerroo

Sochii Fincila Xumura Gabrummaa dhaabuuf kan Taankiin dadhabe,” Ye Selaam Hayil” bakkaan gahuu hin danda’u

Leelloo Sabaa irraa Fincilli Xumura Gabrummaa Oromiyaa mara keessatti akka abida bonaa belbelaa jiru, mootummaa wayyaanee fi sirna gabarummaa Impaayera Ixoophiyaa hundee irraa raasee rifatuu hamaa keessaa galchee akka jiru, ummata Oromoo fi amba biratti ifatti beekameetu jira. Ummatni Oromoo, yeroo kamuu caalaatti, ammaan tana, gootummaa seenaa qabsoo ummattoota addunyaa keessatti argamee hin beekne garsiisuun, […]

Continue Reading 1
13307360_309129839418847_1924992815260739478_n

#OromoProtests, May 29, 2016

Dhimmi kun huda ilmaan oromoo ilaallata kan quuqama lammii qabdanu sher godhaa wal dhageessisaa waan barnoota qabu waliif qooduu hin jaallatu silaa namni keenya #‎oromoprotests‬ Caamsaa 29,2016) Godinaalee Arsii Aanota heddu keessatti hidhattoonni Agaazii ummata dararaa jiru. Dargaggeessa qabanii tumuu fi dhiiraa fi dhalaa wajjiin deemtu yoo argan dhiira biraa qabanii tumuun isii dhalaa ammoo […]

Continue Reading 0
Foreign Affairs CS Amina Mohamed during a media briefing at Harambee House, Nairobi, on October 14, 2013 / HEZRON NJOROGE

Kenya talks to Ethipoia over Omo River dam

Nairobi (The Star) — Most scientists say the Ethiopia dams will starve Lake Turkana of water and eventually kill it. Negotiators to find lasting solution Kenya has restarted negotiations with the Ethiopean government to find a long lasting solution over the Gibe III Dams, which threaten Lake Turkana’s existence. Foreign Affairs Cabinet Secretary Amina Mohamed […]

Continue Reading 2