Archive | November, 2016

merera gudina

Mootummaan Tigree Seera ofiin tumte falleessuu irra jirti

Mootummaan Tigree Seera ofiin tumte falleessuu irra cehuun akka hin jirre mirkana gootee jirti. Tesfaye Dhaba Kumsaa irraa Kufaatiif raafamaa kan jirtu mootummaan abbaa hirree Tigray TPLF maqaa deemokraasiitiin waggoota digdamaaf sobaa kan as geesse yoo ta’u; ummati armaan booda akka hin sobamne mirkaseessuun of irraa darbuuf hiriiraa kan jiru yoo ta’u; bulchiisa sobaa maqaa […]

Continue Reading 0
Kan nuhi miidhaa jiru jallaa nu keessaa ti

Kan nuhi miidhaa jiru jallaa nu keessaa ti – kijibuu fi kijibaa

Lammii Wayyaatiin | Kan nuhi miidhaa jiru jallaa nu keessaa ti Kijibuu fi kijibaan ummatoota gowwoomsuuf tattaafatuun amalaa fi aadaa mootummaan TPLF/EPRDF ittiin beekamuu dha. Dogoggoraan illee dhugaa dubbachuu itti hin uumne. Dhugaa dubbatuuf yoo dirqame ammoo kijibaan utubee fi kabee dhiheessa malee dhugaa akka jirutti isaa dubbatu hin beekamu. Dhimmoota guddina dinagdee, wayyaa’uu jireenya […]

Continue Reading 0
iowo-be-voice

Waamicha IDOA: WAL-TAANEE WALIIF HAA BIRMANNU.

Akuma beekamu Wayyaaneen harmoolii Oromoo jaartii, dargaggeettii, ijoollee utuu hin jedhin hiraarsuun ajjeesuun itti fufee jira. Haati Oromoo hortee ija ijoolleeseeti ilaaltee utuu hin quufin wayyaaneen kichuu kichuutti jelaa kutaa jirti. •Seenaan aadde Loomii Waaqayyoo ijoollesaani sadii dhuukamssan keessa hagaa ammatt tokko ajjeesanii fidani fi, •Seenaan haadha Arsii bahaa aanaa sirkaarra ijoollee shee sadi walduukka […]

Continue Reading 0
ODUU GAMMACHIISAA!! OROMO TV NETWORK!!

ODUU GAMMACHIISAA!! OROMO TV NETWORK!!

Via Beekan G Erena AzerSpace 1/Africasat 1a, 46.00 East Guyyaan akuma dhihe bari’uu/ jijjiiramaatti deemu/ Sabni Oromoo qabsoo jajjaboo gara bilisummaa fi walabummaatti isaa ceesisu taasisatti jira. Imalaa Qabsoowwan kanneen ija fi gurra sabicha akasumaas biyyoota addunyaa birootiin gahuuf immoo miidiyaan isaa jalqabaa fi bu’uuraa ti. Jaarraan 21ffaa kanatti odeeffannoon waan hedduu murteessa fi barbaachisadha. keesuma […]

Continue Reading 1
nagaasa

Goota Firaan Galaafatame

Otumaan taa’ee yaadaan waa’ee keenya kana ol baasee, gadi buusee daawwadhuu, yeroo hunda namni ija koo fuunduraa hin banne natti dhufe . Namni kun akka abbaattis, akka obboleessaatti nama na gorsee waan hunda na keessatti uume yoon jedhe soba dubbachuu koo miti.Nama jalatamaa kanaan Oromummaatu mana rakkoo keessatti wal nu barsiise. Namini kun amma lubbudhan […]

Continue Reading 0
15171106_751019095046494_2591651779720885245_n

#OromoRevolution, Sadaasa 28, 2016

Waamicha warraaqsa bilisummaa qeerroo barattoota Oromoo irraa Adaraa share godhaa Akkuma beekkamu nuti barattoonni Oromoo qabsoon eegalle yeroo ammaa ilmaan Oromoo guutummaa addunyaa hirmaachisuun sadarkaa ol’aanaatti ce’eera. Qabsoo ilmaan Oromoo 3500 ol irratti wareegaman, Oromoonni 200,000 ol irratti hidhamanii dararaa jiran galmaan gahuuf sadaasa 28_2016 irraa eegallee guutummaa Oromiyaa Baale Jimma Harargee Shawaa Wallagga Arsii […]

Continue Reading 1
35-Year-Old Gabon Pastor Drown in a River as He Tries To Walk On Water Like Jesus

Kan Bishaan nyaate, Hoomocha qabata !

Dabaree Seenaa Irraa Namootni mul`ata egeree hin qabne, hojii diiggaatti quufu. Dantaa matayyaa ofii dursanii ka biroof yaaduun itti hanqata. Kan har`aa irraan boruuf, fagootti ilaaluun waan itti hankaakuuf yaada dukkanaa`aa qabaniin waan xiqqoo dalaganiitti mirqaanu. Namni sabaa fi biyyummaaf hin cillaafkanne, akkuma harree waan itti fe`aniin marga dheedaa ooltuti. Sammuun waa`ee garaa yaadu, gurri […]

Continue Reading 0
irreecha

WAAQATTI HIMADDHU!

Taammanaa Bitimaa irraa Yaa Irreecha olka’ii dubbaddhu Bishooftuu olka’ii dubbaddhu Yaa Oromoo olka’ii dhubbaddhu Oromiyaa oka’ii dubbaddhu Waan barana taate Waan yeeyyiin si goote Addunyaatti iyyaddhu Waaqatti himaddhu! Isatoo hunda beekaa Isatoo cufa eegaa Waaqatti himaddhu Deebiii-saa argattaa Jabeessii abadaddhu! Yaa Harsadii oljedhii dubbaddhu Ada’a oljiidhiitii dubbaddhu Ilmoo namaatti iyyaaddhu Inni si dhagayaa Waaqatti himaddhu! […]

Continue Reading 0
sayno

Sirbaa fi Dhiichisaan Lafa Qaacceessuun Gaafii Oromootif Deebii Hin ta’u!

Baarentuu Gadaa Irraa Ummanni Oromoo barootaaf mirga isaa, mirga dimookiraasii fi umamaa kabachiifachuuf qabsaawaa ture, ammas qabsoo hadhoofturra jira. Amma biyya abbaa isaa dhuunfatutti, hiree isaa ofiin murteeffachuu danda’uttis qabsoo kana akka hin dhaabne wanti yeroo ammaa kana impaayeera Itiyophiyaa keessatti muldhachaa jiru ragaa guddadha. WBOn, Qeerroon baddaa gammoojjii, baadiyyaa -magaalaatti qabsoo saboota cunqurfamoo biraatifuu […]

Continue Reading 0
15171332_1357400140951334_5227128072382905375_n

#OromoRevolution Sadaasa 26, 2016

BREAKING TOP ODUU AFAN OROMO Nov 26.16 Ilma Oromoo Morma Irraa Muranii Gatan Ajjeechaan ilmaan Oromoo irratti keessaawuu erga labsiin muddamaa ji’a Onkololeessaa darbe labsameen asitti goloota Oromiyaa mara keessatti bifa adda addaan gaggeeffamaa jira. Ukkaamsanii dhoksuu fi jumlaan guuranii mooraa waraanaa adda addaa keessatti ilmaan Oromoo akka horiitti ugguruunis itti fufee jira. Nama karaarra […]

Continue Reading 0
ሕዝብን በማወናበድ ከእውነታው ማምለጥ ከቶ አይቻልም!  ከኢትዮጵያ ሕዝብ አርበኞች ግንባር የተሰጠ መግለጫ

ሕዝብን በማወናበድ ከእውነታው ማምለጥ ከቶ አይቻልም! ከኢትዮጵያ ሕዝብ አርበኞች ግንባር የተሰጠ መግለጫ

ከኢትዮጵያ ሕዝብ አርበኞች ግንባር የተሰጠ መግለጫ ህዳር 16/2009   ሕዝብን በማወናበድ ከእውነታው ማምለጥ ከቶ አይቻልም! The Split of Arbegnoch Ginbar and Ginbot 7 – Interview with EPPF/Arbegnnoch Ginbar (AG7 member party) Officials, 30 Sep 2016 (Mereja) — በሀሃገራችን ኢትዮጵያ እየተቀጣጠለ ያለውን የነጻነት ችቦ እየነደደ ባለበት በዚህ ወቅት የግንቦት 7 እና መሪዎቻቸው የሕዝብን ትግል የራሳቸው በማስመሰል […]

Continue Reading 0
Faayilii - Hiriira mormii Bushooftuu, Oromiyaa, Hagayya 6, 2016

Shawaa Bahaa, Aanaa Fantaallee Keessatti Abbaa-gadaa Dabalee Nmoonni Hidhamuu Dubbatu, Jiraattonni. Bulchaanis Deebii Kennan

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Shawaa Bahaa, aanaa Fantaallee keessatti, humnoota mootummaatiin, hidhaan, dararaaan fi saaminsi-qabeenyaa nutti hammaate – jedhu – jiraattonni. Abbaan Gadaa illee hidhamuu dubbatu. Kan hidhaman Abbaa-gadaa ta’uu hin beeknu – ka jedhan – Bulchaan aanaa Fantaallee immoo, himannaaleen dhihaatan “dhara” jedhu.

Continue Reading 0
The power of the people is much stronger than the people in powr /JA

Baaqa fi Callaa kan Gargar Baasu Ummata

Ibsaa Barento irraa Qotee bulaan cimaan tokko maasii/lafa isaa yeroon qotee gulaalee yeroo bokkan robe shanyii gaarii facaasa. Biqila margu saniis jala kotakote, harame, soqee dalla itti jaaree haga midhaan san daraaree ija/free baasee bilchaatutti qotee bulaan kun hedduu humna isaa fi yeroo isaa irratti balleysa. Lakkuma midhaan isaa gara bilchalaa deemuun eeggumsaa fi toa’nnoon […]

Continue Reading 0
RSWO – Sadaasa 24, 2016 (Warraaqsi Oromiyaa Keessaa Bifa Haariyaan Itti Fufaa Jira)

RSWO – Sadaasa 24, 2016 (Warraaqsi Oromiyaa Keessaa Bifa Haariyaan Itti Fufaa Jira)

የአስቸኳይ ጊዜ አዋጁና የዩኒቨርስቲዎች አለመረጋጋት በኢትዮጵያ መንግስት የታወጀዉ የአስቸኳይ ግዜ አዋጅ ተፈጻሚ መሆን ከጀመረ በኋላ የመብት ጥሰቶች መባባሱን ስንዘግብ ቆይተናል። ሰሞኑን በኦሮሚያ ክልል በተለያዩ ዩንቨርስቲዎች፣ ማለትም በጅማ፣ በሃሮማያ፣ በወላጋና በአምቦ፣ አሁንም የተማሪዎች መታሰር፣ መባረር፣ ወደ የማይታወቁ ቦታዎች መወሰድና ሌሎች አለመረጋጋቶች መቀጠላቸዉን የሰባዊ መብት ተቆርቋርዎች ሲጽፉና ሲናገሩ ይታያል። ለምሳሌ በጅማ ዩንቨርስቲ ቴክኖ በሚባለዉ ካምፓስ ዉስጥ የተነሳዉን […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions