Archive | December, 2016

MAQAA MITII !!! KAAYYOO UMMTA OROMOOTI !!!

“ABO”n , MAQAA MITII !!! KAAYYOO UMMTA OROMOOTI !!!

“ABO”n , MAQAA  MITII  !!! KAAYYOO UMMTA OROMOOTI !!! SEENAA  Y. G(2005)  kutaa 3ffaa fi xumuraa Qabsoo Oromoon gaggeessaa jiru , kan addunyaan gaggeessituun addaa miti. rakkoon qabsoo keessattis ta’ee akka Ummataatti nu mudataa jiru , addunyaa irrattis mul’ateera. Mul’ataaS jiras. Dubbi guddaan akkamittin keessa dabranii bakka yaadan ga’aan ? isa jedhu malee, akkamiin keessa […]

Continue Reading 0
billillee

Gabrummaa Gara Giiftummaa – Seenaa Intala Oromoo Bara 1837

Gabrummaa Gara Giiftummaa – Seenaa Intala Oromoo Bara 1837 Gabrummaa Gara Giiftummaa (xalayaa) — Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa Jaarmanii kan geefamteetu dubbatama. Seenan kunii namoota hedduu biratii dhageetii guddaa qabaatus, kanneen seenaan kun dhugaa ta’usaa kan shakkan baayye dha. Nutiis gama keenyaan […]

Continue Reading 0
Guyyaa WBO Amajjii Tokko Bara Haaraa 2017

Qeerroo: Guyyaa WBO Amajjii Tokko Bara Haaraa 2017

Guyyaa WBO Amajjii Tokko Bara Haaraa 2017 Kabajamuuf jiru Ilaalchisuun Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 29,2016 Uummata Oromoo Hundaaf Baga nagaan jala bultii guyyaa WBO kan bara 2017 fi waggaa haaraan isin gahe. Guyyaa ayyaana dachaa kana yeroo itti kabajachuuf deemnu haalli ummanit keenya irree cunqursaa jala jiruu […]

Continue Reading 0
Dhaamsa Waggaa Haaraa

Adda Bilisummaa Oromoo: Dhaamsa Waggaa Haaraa 2017

Dhaamsa Waggaa Haaraa 2017 Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kabajamaa Ummata Oromoo, mirgi kee sarbamuu irraa alagaan roorrifamuu irraa jireenya hadhaawaa gaggeessuuf dirqamte; Miseensota ABO kaayyoo keessanitti cichuun QBO keessatti qooda lammummaa bahataa jirtan; Waraana Bilisummaa Oromoo diina kuffisaa kufaa jirtu; Qeerroo Bilisummaa Oromoo, diina dhala namaaf naasuu hin qabne irratti finciluun  mirga ummata keessaniif falmaa […]

Continue Reading 0
Bilisummaa

Ibsa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO)

Ibsa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) (Muddee 27, 2016) Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa dhaabbataa Mudde 16 – 25, 2016 gaggeeffateen haala Dhaabaa fi QBO, akkasumas, haala Ummata keenyaa, haala diinaa (mootummaa TPLF/EPRDF), haala Godina Gaanfa Afriikaa fi kan Idil-Addunyaa irratti marii fi xiinxala bal’aa gaggeessee murtiilee jajjaboo QBO daran jabeessanii […]

Continue Reading 0

አዲስ አበባ በእሳት አደጋ ታመሰች 8 መኖሪያ ቤቶች ወድመዋል

አዲስ አበባ በእሳት አደጋ ታመሰች 8 መኖሪያ ቤቶች ወድመዋል በሚሊዮኖች ብር ንብረት በ24 ሰአታት ተቃጥሏል ዘርይሁን ሹመቴ (አባይ ሚዲያ ዜና) — አዲስ አበባ ከወትሮ ለየት ባለ ሁኔታ በሶስት (3) በተለያዩ ስፍራዎች 24 ሰአት ባልሞላ ጊዜ ውስጥ የእሳት አደጋ አስተናግዳለች። የእሳት አደጋው በንብረት ላይ ከፍተኛ ጉዳት አድርሷል። ከመረጃዎች መረዳት እንደሚቻለው በአብዛኛው የንግድ ሱቆች በእሳት አደጋው ወድመዋል። የአዲስ […]

Continue Reading 0
STN Kenya: Dandii Bosontu

STN Kenya: Dandii Bosontu

Bonaya Doti Borana Dance (Kenya) · Adzido. Adzido: Songs and Dances From Africa She Saga Ihi by Abdi Jero fro; the Spotlight on Kenyan Music Vol. 5 – promoting music from Northern Kenya. Abdi Jero is half Rendille and half Burji and hails from Marsabit. Singing in Borana and Burji, his romantic ballads are popular […]

Continue Reading 0
politics_2

ኢትዮጵያ በጆን ማርካኪስ ምልከታ – በፖለቲካ ታሪክ ጥልቅ ዕውቀትን ያዳበሩ ምሁር

ኢትዮጵያ በጆን ማርካኪስ ምልከታ – በፖለቲካ ታሪክ ጥልቅ ዕውቀትን ያዳበሩ ምሁር By ጥበበሥላሴ ጥጋቡ (ሪፖርተር) — በአገሪቷ ታዋቂ የሆኑት ግሪካዊው ጆን ማርካኪስ በኢትዮጵያ የፖለቲካ ታሪክ ጥልቅ ዕውቀትን ያዳበሩ ምሁር ናቸው፡፡ የመጀመርያ ዲግሪያቸውን በፖለቲካል ሳይንስ የትምህርት ዘርፍ ከብሩክሊን ኮሌጅ፣ ሁለተኛ ዲግሪንና ፒኤችዲያቸውን በመንግሥትና የአፍሪካ ጥናት ዘርፍ ከታዋቂው ኮሎምቢያ ዩኒቨርሲቲ አግኝተዋል፡፡ በአፍሪካ አገሮች ኢኮኖሚ በተለይም በኢትዮጵያና በአፍሪካ ቀንድ […]

Continue Reading 0
OMN2014_Feb22

OMN sagantaa Afaan Arabaan tamsaasuun faaydaa guddaa qaba

OMN sagantaa Afaan Arabaan tamsaasuun dhugaa ummata keenyaa addunyaa afaan keenya hin beeyne dhageeysisuufi Oromoo addunyaan wal barsiisuuf faaydaa guddaa qaba. Najiib Zannuun Diinoonni Oromoo takkaa rafanii hin beekan. Kan isaan hirriiba dhabaniif cubbuu fi shira xaxuu,akkasumas ummata Oromoo gandaan addaan qooduuf osoo tattaafataniiti. Diina ifa bahaa diinummaa isaa beeynurra kan fira fakkaatee diina tahuutu […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions