Archive | February, 2017

#OromoStruggle – Oduu adda addaa Guraandhala 28, 2017

#OromoStruggle – Oduu adda addaa Guraandhala 28, 2017

#Dhaamsa_qeerroo_Roobeediida’aa Qeerron Oromoo Diida’aa tooftaa qabsoo cimatti dhimma bahuuf yeroo wayyaanen humna waraanaa nurra qubachiistu cal’isnee wal ijaaruu eegalle. Humni waraana makkalaakayaan nurra qubatee ture guyyaa har’aa gadlakkisee baheera. Kanaafuu ilmaan Oromoo bakka jirruu kaanee qabsoo eegalle itti fufuuf qophoofnee jirra. 1) Diinota Oromoo qeerroo Oromoo hiisisaa jiran irratti tarkaanfii ni fudhanna. 2) Qabeenya jaleewwan […]

Continue Reading 1
4-must-go1

Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Darrabbaa fi Kullaa Keessatti Gootonni Dargaggoonni Oromoo Kaabinoota Wayyaanee Salphisan.

Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Darrabbaa fi Kullaa Keessatti Gootonni Dargaggoonni Oromoo Kaabinoota Wayyaanee Salphisan. Gurraandhala 27,2017 (Qeerroo) —  Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Darrabbaa fi Kullaa keessatti guyyaa  sanbata kaleessaa ergamtoonni OPDO Daragaggoota walitti qabanii hojii isinii uumna jedhanii wallitti qabuun mariisuun fi Dargaggoonnis ergamtoota kanneen gaafilee ciccimoon gaafachuun ufirraa deebisuun dhagayameera,akka Odeessi magaalattii keessaa nu […]

Continue Reading 0
16998795_10102913020645073_7252313513353704504_n

#OromoStruggle – Oduu adda addaa – Guraandhala 27, 2017

ODUU AANAA DADAR Harargee Bahaa Aanaa Dadar araddaa Odaa qabbanaatti abbaan araddaa Ahmed Muussaa fi jala deemtuun isaa Usma’ilee namni ja’amuu fi fakkaattoonni isaanii kanneen biraa hawaasa araddaa mara uffatta waraanaaf binnaa qarshii 50 kafalaa jechuun dirqamaan ummata irraa eega guuran booda nagaheerratti ammoo qarshi 30 galmeysaafii jiran. Akkasuma aanaa Dadar zoonii soqqaattiis soomaalee nu […]

Continue Reading 0

Walaloo: Nagayaan Shuloodhaan Argamu Hin Jiru!

Qixxeessaa Lammii Irraa | Gurraandhala 26, 2017.   Nagayaan Shuloodhaan Argamu Hin Jiru, Ofitti Qaanfadhaa Warri Garaa Hiru!   Karaa nagayaatiin, Qabsoofna jettanii, Bulguu nama nyaatu, Waliin firootani, Maal qaba? Yoo yowaan irraa dhaabbatani? Isin hin mararuu? Ummatni keessani, Yommuu dhiigni isaa, Jigu akka bishaanii? Walitti dhaabbatee, Halkanii guyyaani. (x2)   Gabroomsaan hin kufu, Qawween […]

Continue Reading 0
when-there-is-no-enemy-within-the-enemies-outside-cannot-hurt-you-african-proverb

Allaattiin Fira Fakkaattee Sinbira Nyaatti

Allaattiin Fira Fakkaattee Sinbira Nyaatti Damee boruu irraa Risaan yaroo samii gubaa irraa akka rasaasaa bubbisaa dhufu kan lafa jiru kaan mukatti kan boolatti namuudhaan lubbuu baafata. Risaan kan qabate gad dhisee hin beeku. kanaafuu fagooti akka sodaatamu tahe. Corofeen garuu sinbra fakkaatee sinbira keessa oolti.  Utuu sinbiroon tokko quba hin qabaatiin of bukkee dhaa […]

Continue Reading 1
#OromoStruggle – Oduu adda addaa – Guraandhala 24, 2017

#OromoStruggle – Oduu adda addaa – Guraandhala 24, 2017

#OromoStruggle-Akka ittiin woyyaaneen rakkoo mormii ummataa isii mudate jala bayuuf malataa jirtu ========================= Naannoo Amaaraa gara magaalaa Goondariitti Hayilamaaram Dassalenyitiif Dammaqaa Mokonnin dabalatee aangawoota ol’aanoo itti erguudhaan ummta bakka shanitti qoodanii nuuf araaramaa jedhanii kadhataa jiru gama Oromootiin ammaa gubbadhaan Obbo Lammaa Magarsaa Kijibaan akka ummata doorsisu gochuudhaan sobaa jalaan gama daangaa lamaatiin ummata keenna […]

Continue Reading 0
#FXG Oromiyaa – Oduu adda addaa – Guraandhala 23, 2017

#FXG Oromiyaa – Oduu adda addaa – Guraandhala 23, 2017

DUULAA WAYYAANEEN OROMOO IRRATTI BANTE GAMTAAN DURA DHAABBACHUU QABNA. Duulli maqaa Liyyuu Poolisiitiin Wayyaaneen ilmaan Oromoo irratti bantee rasaasa Raayyaa Ittisa biyyaatiin ilmaan Oromoo galaafachaa jirtu kun gara duula cimaa Oromoo guutumaa guututti lafarraa haxaawuutti tarkaanfachuuf deema. Wayyaaneen Dheengadda Meeshaa Waraanaa gurguddaa Aawuroppaa irraa bittee Biyya Somaaaliyaatti buufattee jirti. Humni Raayyaa Ittisa Biyyaa ilmaan Tigraay […]

Continue Reading 0
3500

Ololli Dharaa fi Diinummaa ABO Irratti Aggaammate Oromoo Dadhabsiisuufi!

Ololli Dharaa fi Diinummaa ABO Irratti Aggaammate Oromoo Dadhabsiisuufi! Waldhaansoon doohaa lolaati, Mammaaksi duudhaa dubbiiti, Jabbileen biifa kormaati, Gaggabni seensa du’aati. Qixxeessaa Lammii Irraa Jechoota kana sababa malee miti kan dhimma itti bahe. Maaliif jedhamuun hin oolamu. Deebiin gabaabaadha. Namni of hin fakkaatne nama biraa fakkaachuu hin danda’u. Namni of hin qeeqne nama biraa qeequu hin […]

Continue Reading 0
Mootummaa

Mariin Paartii Mootummaa fi Paartiilee Mormitootaa Gidduutti Jalqabame Maal Irra Jira?

Mariin Paartii Mootummaa fi Paartiilee Mormitootaa Gidduutti Jalqabame Maal Irra Jira? WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Paartiin aangoo Mootummaa harkaa qabu, Ihadeg, dhiheenya kana paartiilee mormitootaa 21 gara galma mootummaatti waamuudhaan, haala itti wal-dhibdeen biyyattii keessaa furamu irratti mormitoota waliin mari’achuuf qoha’uu isaa beeksisee ture. Kana irraa ka’uudhaan, moodaaliitii yokaan sirna mariin kun itti geggeessamu, […]

Continue Reading 0
Sara Alisio and her one-month old child Molide Kelbi waits for food aid in Warder district in the Somali region of Ethiopia.  
As the new drought in Ethiopia Somali region, destitute pastoralist are moving and setting down in temporary sites close to permanent water point. Only limited assistance of food for households and water and livestock feed is for now being given in the displacement site.  (AP Photo/ Mulugeta Ayene )

Afrikaa Kibbaa Keessatti Jibbinsi Lammiilee Alaa Deebi’ee Belbele

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Afrikaa Kibbaa keessatti, jibbinsi dhaloota yokaan lammiwwan alaa waggaa dabre mul’atee ture, eega yeroo haga tokkoof gab jedhe, amma immoo deebi’ee ka’uun isaa gabaasamee jira. Dhiheenyuma kana, buuftaalee daldalaa baqattoota lammiwwan Naayijeeriyaa, Itiyoophiyaa, Somaaliyaa fi Paakistaan irratti miidhaaleen raaw’ataman yaaddessaa ta’uu jaarmayaaleen mirga namoomaa ibsanii jiran. Poolisiin biyyattii garuu, “ajjeechaan […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions