Archive | April, 2017

addis_baba

Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee

Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee Abdii Boruutiin Dhiyoo kana faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu ilaalchisee mootummaan Wayyaanee labsii mata dureen isaa “የኦሮሚያ ክልል በፊንፊኔ/አዲስ አበባ ላይ ያለውን ሕገ–መንግስታዊ ልዩ ጥቅም ለመወሰን የወጣ አዋጅ” jedhu baasuun ni yaadatama. Dhimma kana wajjin walqabsiisee, wixineen “የኦሮሚያ ክልል በፊንፊኔ/አዲስ አበባ ላይ ያለውን ሕገ–መንግስታዊ ልዩ […]

Continue Reading 0
Slide2-1024x576

Hubadhaa ! Hubadhaa!! Qabsoon Ummata Oromoo, Murtii Isa Dhumaatti Ce’uuf Dhihaateera!!!

HUBADHAA! HUBADHAA!! QABSOON  UMMATA OROMOO, MURTII  ISA  DHUMAATTI  CE’UUF  DHIHAATEERA!!! SEENAA  Y.G (2005) Gara jabinni diinaa Ummata keenya irroomsaa jira malee, duubatti deebisaa hin jiru. waggoonni 25 dabran, Ummata Oromoof carraa gaariidhaa. Waggoota 25 kana keessa Injifannoolee gonfannee, gaafa abbaa biyyaa taanee dubbanna. Tarii gaafa san, karaa nuuti hin beekneen waan goonfannee turre yennaa ijaan arginu , […]

Continue Reading 0
kampla6

Kaampaalaa: Waldaan Baqattoota Oromoo fi Hawaasni Oromoo Biyya Ugaandaa jiraatan, Guyyaa yaadannoo  Gootoota

Waldaan Baqattoota Oromoo fi Hawaasni Oromoo Biyya Ugaandaa jiraatan, Guyyaa yaadannoo  Gootoota Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa  Oromoof  wareegamanii  Ebila 23, 2017  magaalaa   kaampaalaatti kabajatanii  oolan. Abbaa Seenaa tiin Sirni Guyyaa Yaadannoo Gootoota Oromoo akka aadaa Oromootti eebba maanguddootaan kan eegalamee ture. Eebba Maanguddootaatti Aansuun bakka bu’aan Koree Maanguddoo Oromoo Obbo Mukitaar haasawaa taasisan keessatti, Gootoonni […]

Continue Reading 0
Int'l Oromo Lawyers Association

IOLA and the HRLHA Joint Plea Letter.

The International Oromo Lawyers Association (IOLA) and the Human Rights League of the Horn of Africa signed a memorandum of Understanding on 10 April, 2017 to coordinate their works in areas of dissemination and increasing awareness of Human Rights knowledge among the Oromos in diaspora as well as to jointly gather and document as much […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions