Archive | April 8, 2017

DIINA UUMMATAA WALIIN TAA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU!

DIINA UUMMATAA WALIIN TAA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU!

DIINQA OROMOO: Kutaa 16ffaa: Garbaabaa Guddisaa Ittisaa fi Beekan Gulummaa Irranaa Ebla, 2017. Qeerroo, ABO, WBO fi Diyaaspooraan Maali? Hidhaa kana keessa seenuun dhaggeeffadha!! DIINA UUMMATAA WALIIN TAA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU! . Kaleessa uummanni Oromoo jaarraa tokkoon dura abbaa biyyasaafi abbaa waansaa maraa ture. Biyyasaarratti abbaa biyyummaasaa kabajatee, aadaa, duudhaa, amantiifi eenyummaasaa qabatee […]

Continue Reading 0
1170674_154231858110901_442922830_n

ABO Risaa Tahuu Qaba

ABO  Risaa  Tahuu Qaba Damee Boruu irraa ABO erga akka kaayyoo bilisumm ti  bu’uraa’ee gara waggaa afurtamaa tahaa jira. Akeeka kana bakkaan gahuuf qaroon ilmaan Oromoo lakkoobsa hin qabne dhiiga isaanii itti lolaasanii lafee isaanii itti tareessanii jiru. Kaayyoo bilisummaa kana irratti ilmaan Oromoo warri dammaqinsa gahaa gaban utuu Kaabaa Kiba , Bahaa Dhiha hin […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions