Archive | April 13, 2017

Qeerroo

Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo fi Hundeeffamuu Jaarmiyaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waggaa 7ffaa

Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo fi Hundeeffamuu Jaarmiyaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waggaa 7ffaa Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. (Qeerroo.org) — Nuti Qeerroon Dagaggootni Oromoo, Biyyi keenya Oromiyaa fi waliigalatti ummatni Oromoo bal’aan bu’aa Gootota Oromoofi firii kaayyoo Goototni Oromoo irratti wareegamaniiti. Guyyaan Gootota (Wareegamtoota) Oromoo Ebla 15, 1980 irraa eegalee waggaa waggaan […]

Continue Reading 1
Gootota

Ibsa ABO: Baatii Eblaa Baatii Gootota Oromoo!

Ibsa ABO: Baatii Eblaa Baatii Gootota Oromoo! ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT Hawaasni addunyaa kamiyyuu, gootota isaa gabrummaa osoo irraa faccisanii kufan, bilisummaa ummata isaaniif lubbuu isaanii dabarsan, haqaa fi dimokraasii ummata isaanii kabajsiisuuf jecha farreen dimokraasiin wal qabanii lubbuu isaanii wareegan guyyaa itti yaadatu guyyaa wareegamtootaa qaba. Ummatni Oromoos akkuma ummata addunyaa kamiiyyuu […]

Continue Reading 0
17921980_404

በኢትዮጵያ የግል ባንኮች ላይ የወረደው ‘ዱብ እዳ’

በኢትዮጵያ የግል ባንኮች ላይ የወረደው ‘ዱብ እዳ’ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ያሳለፈው ውሳኔ ለግል ባንኮች ‘ዱብ እዳ’ ሆኖባቸዋል። ውሳኔው አስመጪ እና ላኪዎች ለሥራቸው የሚያሻቸውን የውጭ ምንዛሪ ለማግኘት በግል ባንኮች ያላቸውን ተቀማጭ አሟጠው ወደ ንግድ ባንክ እንዲያዘዋውሩ ያደርጋል። የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ከመጋቢት 9-23 ባሉት ቀናት አንድ ቢሊዮን ዶላር በውጭ ምንዛሪ ለንግድ ባንክ መስጠቱ ተሰምቷል። ከውሳኔው በኋላ አስመጪ […]

Continue Reading 1

Designed and Developed by NextGen IT Solutions