Archive | May 9, 2017

planb

Karoora Tigree isa 2-ffaa (Plan B)

Kumsaa Walisoo irraa Akkuma uummanni Oromoo beeku, faashistiin Tigree biyya keenya (Oromiyaa) kan qabatte meeshaa waraanatti fayyadamuu qofa otoo hin taane, loltoota Shaabiyaa, loltoota ABO fi Dh. D.U.O. fi mootummoota warra lixaatti fayyadamteeti. Erga shira addaddaa Shaabiyaa wajjin xaxxee ABO qaama ce’uumsaa keessaa raayyaa lakkoofis isaa 20,000 olitti tilmaamamu akka mooratti dachaasee meeshaa hiikkatu taasiftee, warra […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions