Archive | May 13, 2017

18485565_859509020853995_2948627776554706244_n

Happened in Finfinne today, May 13, 2017

Caamsaa 13/2017 #Koonsertiin_Qubee_Generation Jedhu Sabboontoota Artistoota Oromootiin Magaalaa Gudditti Oromiyaa Finfinneetti Qophaa’ee Haala Hedduu Ajaa’ibsiisaa Ta’een Kan Eegalamee, Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Finfinnee fi Uummata Oromoo Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee jiraataan Tokkummaa fi Gootummaa Sabboonummaa Guddaa Qabuun Bahanii Hedduminaan irratti Argamuun Bifa Adda Ta’een Gaggeeffame.

Continue Reading 1
Guyaan Haadhotaa sambat-duraa dhufu, Caamsaa 14, 2017 kabajamee oolaa

Ayyaanni Waggaa Haadhotiin Itti Kabajaman Gahe

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Aayyoo, Harmee, Immaa, Haadha, Dahee, Deessee yokaan Ummaa jennee kamiinuu waamnu, namni hundi waa’ee haadha ofii waan gaarii himee hin fixatu, ifaajjii ishii, haasawa ishee dubbatee hin quufu. As Yunaaytid Isteets keessatti Guyyaan Haadhotaa fi Guyyaan Abbootaa ayyaanota waggaa waggaatti akka biyyolessaatti kabajaman keessatti argaman. Sanbata guddaa yokaan Dilbata […]

Continue Reading 0
ቁም ስቅላችን ያሳየን የኢትዮሮፕያንስ የለየለት ጽንፈኛ አስተሳሰብ!

ቁም ስቅላችን ያሳየን የኢትዮሮፕያንስ የለየለት ጽንፈኛ አስተሳሰብ!

ቁም ስቅላችን ያሳየን የኢትዮሮፕያንስ የለየለት ጽንፈኛ አስተሳሰብ! ዮሴፍ ሙሉጌታ ባባ, PH.D.* ክፍል 2 የጋራ ግንዛቤ በሌለበት ሀገር/አህጉር ውስጥ እውነተኛ የኢኮኖሚና የፖሊቲካ ነፃነት መጎናጸፍ ዘበት ነው። ብሔራዊ መግባባት ላይ መድረስ የሚቻለው የጋራ ግንዛቤ ሲኖር ብቻ ነው። ሌላው ቀርቶ፣ ባለመስማማት መስማማት (agreeing to disagree) የሚቻለው አሁንም የጋራ ግንዛቤ ሲኖር ብቻ ነው። በዘመናዊነት ስም የተዘረጋዉ አውሮፓዊነት ግን፣ በአፊሪካዊያን […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions