Archive | May 18, 2017

77D13D7C-7943-4A73-B772-043FFFDBB5AA_w1023_r1_s-e1495142034585

FreeGerba: Mirga Baqqalaa Garbaatii Falmuudhaa Sagantaa Yunversitii Ameerikaa Keessatti Torban Tokkoof Geggeeffame

FreeGerba: Mirga Baqqalaa Garbaatii Falmuudhaa Sagantaa Yunversitii Ameerikaa Keessatti Torban Tokkoof Geggeeffame (VOA Afaan Oromoo) As Ameerikaatti Yunversitii Feerfiild keessatti waayee Baqqalaa Garbaa barsiisaa turte. WAASHINGITAN, DIISII — Dhuma ji’a Ebla darbee keessa sagantaan Baqqalaa Garba akka hidhaadhaa bahu gaafatu , Freegerba jedhu Yunaayid Isteets Yunversiitii ‘Fairfield’ jedhamu keessatti geggeeffamee ture. Qophiin torban tokko ture sun […]

Continue Reading 0
Yoseph

KAN KEEN JALAA BAASA !

KAN KEEN JALAA BAASA ! Burqaa ykn madda___Kan uummata Oromoo (via Yoseph Mulugeta Baba, Ph.D.) Sabbataaf yaa surre Namtichaaf yaa kirrii Yaa waaq galatakee Kan mootummaa sirrii Teephan gabaa baasa Kankeen jalaa baasa Yommuu nyaati coomaa Dhugaatiin daahiidhaa Qalbi-hir’eettiin namaa Gaangoo gubbaa teessee Waaroo gurraan geessee Rabiin caala jetti Raabbiin maaltu caalaa? Kan garaan fittaalaa […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions