Archive | June, 2017

RSWO – Waxabajjii 29, 2017 – ODUU, ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

RSWO – Waxabajjii 29, 2017 – ODUU, ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

ODUU – Waxabajjii 29, 2017 – ODUU, – Godina walloo keessatti koloneeffataan mootummaa wayyaanee yeroo ammaatti eenyummaa Oromoo walloo guutuutti dhabamsiisuuf jecha shira xaxaa jiraachuu, – Loltoonni mootummaa wayyaanee jiraattota magaala Amboo dararaa jiraachuu – kijibni Piresidaantii OPDO Lammaa Mgarsaa jechoota filatamoo fayyadamuun summii of keessa awwaale deemuus tasuma warraaqsa eegalame dhaabu akkan dandeenye kan […]

Continue Reading 0
Addis Ababa Master Plan 2.0:  Manii Marii Ministeroota Itoophiyaa faaydaa addaa Oromiyaan Finfinnee

Addis Ababa Master Plan 2.0: Manii Marii Ministeroota Itoophiyaa faaydaa addaa Oromiyaan Finfinnee

Manii Marii Ministeroota Itoophiyaa faaydaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa argattu jedhee irratti wixinee baasee labse (VOA Afaan Oromoo) — Akkuma kanatti Finfinneen Oromiyaatti akkuma durii Finfinnee jedhaniin. Sadarakaa addunyaatti,ardiittii,akka biyyoolessaatti,akka mootummaa federaalaatii fi bulchiinsa magaalaatti ammoo Addis Ababa jedhanii yaaman. Fifinneetti Afaan Oromoo afaan hujii tahanii hojjatan.Labsii manii marii laaluuf deemu tana nama hedduutti irratti […]

Continue Reading 1
Dhimmi Finfinnee, Oromoof dhimma abbaabiyyummaa ti malee faayidaa addaa tii miti

Dhimmi Finfinnee, Oromoof dhimma abbaabiyyummaa ti malee faayidaa addaa tii miti

Dhimmi Finfinnee, Oromoof dhimma abbaabiyyummaa ti malee faayidaa addaa tii miti Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) yeroo ammaa sadarkaa guddaarra gahee, gama tokkoon diina raasaa haa jiraatu malee gama biraatiin garuu qormaata guddaa keessa galee jira. Hireen nuti akka uummataattis ta’ee akka sabaatti qabnu qabsoo akka ibiddaa boba’aa jiru kana caalaatti cimsinee injifannoo argachuu […]

Continue Reading 0
oromia

Addis Ababa Master Plan 2.0 in sheep’s clothing

Woyane በኦሮሞ ህዝቦች ላይ ያለውን ወታደራዊ ልዩ ጥቅም አስመልክቶ የቀረበ መግለጫ By Abbaa Ormaa “ በከተማው ውስጥ ለበርካታ ጊዜያት የኖረው የኦሮሞ አርሶ አደር ቁጥሩ ቀላለ ባልሆነ ሁኔታ በልማት ምክንያት ተነሺ ነበር፡፡ አሁንም ለልማቱ ተፈላጊ እስከሆነ ድረስ በማሳመን ይህንኑ መፈፀም የሚገባን ይሆናል፡፡ “ ሃያ ጂቦ ሳታመሃኝ ብላኝ ! Don’t be fooled. This is Addis Ababa Master […]

Continue Reading 0
Lamma magarsa

“Yaa Marqa si afuufuun si liqimsuuf”

“Yaa Marqa si afuufuun si liqimsuuf” Kanneen Fooliin Oromummaa isin irraa Urgaawu Cufaaf! Waaqoo Nooleetiin Tibba kana Perezedaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa baanamu Lammaa Magarsaa Sochii warraqsa Biyyoolessaa FXG Qeerroon Dargaggoonni Oromoo fi Ummanni Oromoo bal’aan taasisaa turee fi jiruun fakkaattotaa fi gooftolii isaa Wayyaanee waliin dhiphuu hamaa keessa seenuun warraaqsa Bilisummaa Ummanni Oromoo taasisaa jiru […]

Continue Reading 0
Lamma_magarsaa

“Argaa toleef Goromsi hin Ottomuu” jireenyaan dhabbitti du’e

“Argaa toleef Goromsi hin Ottomuu” jireenyaan dhabbitti du’e Waaqoo Nooleetiin Lammaan maaf faarfama? Akkamitti jeynoome? maaf goota jedhama? Eenyutu isa faarsa? Hojii isaa boonsaa kamtu isa dhaadhessa? “Dhalcha takka bade lama irraa hin deebi’an” Hay Lammaa Magarsaa! Qeerransi wal dhaltee Deeroo Keessaa gatti Gadheen akka Lammaa Gootummaa maal qabdii? Goota goota jedhu goota isa misoomaa […]

Continue Reading 2
zelalem

New Book: “Obomboleettii” by Zelealem Aberra Tesfa

New Book: “Obomboleettii” by Zelealem Aberra Tesfa “Obomboleettii”n mata-duree walaloo ani dhiyeenya kana barreesseeti. “Obomboleettii” maqaa barrootis. Barroon kun kuusaa walaloota an barreessee saba bira gahanii fi kan saba bira hingahin; akkasumas barreeffama gaggabaaboo bashannansiisaa barnoota dabarsanii kan qabate dha. Obomboleettiin fuula 270 yennaa qabaatu, yaadaa fi qeeqa hayyooti Oromoo afurii keessumsiisteetti. Isanis Prof. Mekuria […]

Continue Reading 0
skandian

ODUU GAMMACHIISA: SHAAMPIYOONII OROMO SKANDINAVIYAA BIYYA SWEDEN

ODUU GAMMACHIISA: SHAAMPIYOONII OROMO SKANDINAVIYAA BIYYA SWEDEN Akkuma kanaan dura sin beeksisaa turre bara kana walargaan Oromoota biyyoota kaaba Awurooppaa ykn Iskaandaniviyaa keessa jiraatan magaalaa Guddoo Sweden kana taate Stockholm tahuu ibsinee turre. Bara kana – GIBB Jila Oromoo kanaaf sagantaa babashanniinsoo tahaniin sagantaa isaa xumuratee jira. Guyyoota lamaan waliin dabarsinu keessatti sagantaalee gurguddaa armaan […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions