Archive | July, 2017

Kenya Nairobi

Officer killed as siege at Kenya deputy president’s home ends

Nairobi (AFP), 7/31/2017 – Elite Kenyan security forces on Sunday killed a man at the home of Deputy President William Ruto, ending a 20-hour siege that left one officer dead and another wounded, security officials said. Ruto and his family were not at the vast property in northwest Kenya when Saturday’s attack began, less than […]

Continue Reading 1
OMN: Oduu Oolmaa Oromiyaa (LIVE) Ado 20, 2017 – 1st Upadate

OMN: Oduu Amma Nugahe (LIVE) Ado 30, 2017

Gootichi Oromoo Atileet Feyisa Lilesa Gemechu waldorgommii biiyya Kolombiyaa magaalaa #Bogotaan itti erga injifannoon fiigicha xumuree booda gaazexeessitootaaf mallattoo harka waljala qaxxaamursuu ”X” maal akka ibsuu fi rakkoo saba Oromoorra gahuu himuuf!! OMN: Qophii Xiinxalaa (Ado 30, 2017)

Continue Reading 0
Nagaa Waaraan Madda Rakkoo Dhabamsiisuun Argama

Nagaa Waaraan Madda Rakkoo Dhabamsiisuun Argama

Nagaa Waaraan Madda Rakkoo Dhabamsiisuun Argama (Ibsa ABO) (Oromoliberationfront.org) — Madda rakkoo hundaa kan tahe sirna gabrummaa dhaalee kan waggaa 26 ol ummata fixaa fi wal ficcisiisaa jiru Wayyaaneen hanga aangoo irraa hin buufamnetti walitti bu’insi ummatotoaa kan itti fufu tahuu qalbifatuu feesisa. Nagaa booressuun of jireessuun mala bittootni itti gargaaraman tooftaa dullacha tahuun hundaan […]

Continue Reading 0
OMN: Oduu Oolmaa Oromiyaa (LIVE) Ado 20, 2017 – 1st Upadate

OMN: Oduu ( Adoolessa 27, 2017)

OMN: Dabaltii Gibiraa Ilaalchisee Walgayii Sulultaatti adeemsifame (Ado 27, 2017) Waan gurri kennamuuf qabu!!!! ======================= Firii dhaloota qubee,umuriin isaa Waggaa 26 Kan ta’e Atileetiin Oromoo beekamaa fi abbaa madaaliyaa Warqee #CaalaaBaayyuu godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluu Ganda Qotee bulaa Manbuura jedhamtutti maatii qotee bulaa irraa dhalate.Abbaan isaa Obbo Baayyuu Teechoo fi Harmeen isaa Aadde Abaaboo Tolaa […]

Continue Reading 0

US House Foreign Affairs Committee voted to advance a resolution, H. Res. 128

Dhiitaa Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Keessaa Laalchisee Wixineen Seeraa Miseensonni Mana Maree Yunaaytid Isteets Dhiheessan Koree Dhimmoota Biyyoota Alaatiin Fudhatama Argate WAASHIGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Itoophiyaa keessatti akkaataa qabiinsa mirga dhala namaa akka fooya’u gochuu irratti an xiyyeeffate wixineen seeraa miseensonni mana maree Yunaaytid Isteets dhiheessan mana guutuudhaa akka dhihaatu fi sagaleen irratti […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions