Archive | August, 2017

OMN: Oduu Oolmaa Oromiyaa (LIVE) Ado 20, 2017 – 1st Upadate

OMN: Oduu ( Hagayya 19, 2017)

  #WALISOO HUBACHIISA QEERROO #Walisoo IRRAA ======================== “Guyyaan Mormii Marsaa sadaffaa ittii egaaluu sababa xoomii hiikaa hordoftoota Amaanta Ortoodooksiitif Wixataa irraa gara Roobittii jijjiiramee jira. Kanaafu Namotni hangaa ammaatti osoo hin dhaga’iin jirtan Mormii keenyaa Roobi irraa kaase hangaa Gaafa Dilbatattii haala Wayyaanee Yaaddessuun akka ittii fufu Qeerroon Walisoo Ibsa goote jirti. Guyyaa gaafa Roobi […]

Continue Reading 0
7D2A967E-0954-4B7B-891F-507A76B08038_cx0_cy16_cw0_w1023_r1_s

OMN: Mil’uu Tibbanaa- fi oduu gara garaa ( Hagayya 19, 2017)

Mormii marsaa 3ffaa ●●●●●●●● Opdo’n hojjetoota mootummaa sodaachiisuu eegaltee jirti. Mormii Mar 3ffaa Roobii irra calqabu akka hojii irra hin hafne taasiisaa jirti.Waamicha Qeerroo hin dhaggefatiina jechaa jiru. Garuu hojetoonni eega alatti ba’aani akkana jechaa turan #nuti oromoo mitii ? #Gibirri umnaa olii kun booda deeme deemee kan dursa qaalaa jireenyaa tiin miidhamu dursa nu’ii akka ta’ee […]

Continue Reading 0
20842295_10212528840327725_486977008608298748_n

#MUUDANNOO- Gammachiis: “ISA YEROO HUNDA HIDHAMU”

#MUUDANNOO– Gammachiis: “ISA YEROO HUNDA HIDHAMU” ************************** Via Dhábasá Wakjira Gemelal Kun seenaa dargaggoo Gammachiis Caalchisaa Furgaasaa ti. Dargaggoon kun umuriin ijoollee dha; dararaan isa mudatee jiru immoo kan himamee hin dhumnee dha. Umurii isaa gabaabduu kana keessatti kan argee fi kan dhadhame jechootaan ibsuun hedduu ulfaataa dha. Kun seenaa Gammachiis qofaa miti; seenaa haadha Oromoo […]

Continue Reading 1
ONN:Oduu Oromia News Network Hagayya 4, 2017

ONN:Oduu Oromia News Nework Hagayya 19, 2017

OMN: QOPHII ADDAA: Weerara Poolisii Addaa (HAGAYYA 19, 2017) #Breaking_News: Raadiyoon Seife Nebelbal Media Yeroo Dheeraadhaaf Dhimmaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Jabeessuu, Tokkummaa Ummata Oromoo Itichuu fi Gurraafi Sagalee Uummata Oromoofi Saboota Cunqurfamoo ta’uun tajajilaa kan tureefi addatti immoo Sochii Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Itti dhiyeenyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waliin Medialee Sagalee Uummata Oromoo ta’uun Tajaajilaa […]

Continue Reading 1
Featuring Gabra Community in Kenya and Oromia

Featuring Gabra Community in Kenya and Oromia

The Gabra are an ethnic group mainly inhabiting the Chalbi Desert in northern Kenya and the highlands of southern Ethiopia.Camel-herding nomads, they are closely associated with the Oromo; especially their non-nomadic neighbors, the Borana. Gharri traditional dancers Ancient Oromo community upholds Gadaa traditions and leadership Gabra women singing and dancing GABRA CULTURE MARRIAGE part 1 […]

Continue Reading 0
20881899_1950684731875579_2006690712019328285_n

Mirgi Hiree Ofii Ofiin Murteeffachuu Uummata Oromoof Hanga Kabajamuutti Qabsoon Bifa Walirraa Hin Citneen Itti Fufa

Mirgi Hiree Ofii Ofiin Murteeffachuu Uummata Oromoof Hanga Kabajamuutti Qabsoon Bifa Walirraa Hin Citneen Itti Fufa ==================================== ​ Uummatni Oromoo Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuu(Ziwaay) fi Naannoo Ishee Sababaa Summaa’uu Haroo Dambal Dhaabbatni Omisha Abaaboo Sher Ethiopia Jedhamuu Gochaa Jiruun Gaagga’ama Ulfaataa keessatti Argamu, Yeroo Ammaa Qeerroo Dargaggootni Oromoo fi Uummatni Oromoo Falma Hadhawaa Gochaa Jiru.Uummatni […]

Continue Reading 0
laftoromia

Oduu Gara Garaa – Hagayya 18, 2017

JIJJIIRAMA MORMII WALIIGALAA Marsaa 3ffaa. Mormiin manaa bahuu ddiduu guutuu Oromiyaatti Wiixata as deemuuf erga waamame as komiin lama ka’eera. Tokko guyyaan mormii kun hiikaa tsoomii filsataa irra oole kan jedhu yoo tahu kan lammataa ammoo guyyoonni lama dhiibbaa barbaachisaa gochuuf gahaa miti kan jedhuudha. Nutis komii kana dhaggeeffannee irratti mari’annee murtii armaan gadii irra […]

Continue Reading 0
JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Afraffaa

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Afraffaa

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Afraffaa Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee dabran sadeen akka gaariitti dhamdhamachuu keessaniif, mee hedduu galatoomaa! Duubbiin galatoomfannaa callaa irratti dhabbattee waan haftuu mitii, kunoo kutaa afraffaa kanas mee ilaalaa-kaa! SEENSA Ani seensa isa hardhaa kana keessatti waayee seera hirmaata-dubbii (seerlugaa) Afaan Oromoo keessaan […]

Continue Reading 0
7D2A967E-0954-4B7B-891F-507A76B08038_cx0_cy16_cw0_w1023_r1_s

‘Haga fala tokko arkanutti hin galluu achuma Finfinnee teenyee mootummaatti iyyanna’

‘Haga fala tokko arkanutti hin galluu achuma Finfinnee teenyee mootummaatti iyyanna’ (VOA Afaan Oromoo) — Harargee Bahaa aanaan Gursum aanaalee araddaan heduduun waan lafaa irratti bulchiinsa naannoo shaniitiin irratti wal dhaban keessaa tokko. Dhiyoo tanallee aanaa Gursum keessaa araddaa 10 dhiyaatu Soomalii kutanii kennan jedhanii falamaan jabduu fi wal dhabii guddaan dhufe. Obboo Muusaa Ahmed […]

Continue Reading 0
Waan Facebook irraa arganne – Hagayya 18, 2017

Waan Facebook irraa arganne – Hagayya 18, 2017

QEERROO HARARGEE BAHAA, AANAA KOMBOLCHAA Akkuma beekkamu guyyaa Wiixataa fi Kibxata as deemu kana akka guutuu Oromiyaatti mormii shalaggii gibira humnaa olii waliin kan wal qabate lagannaan gabaa ykn Bittaa fi Gurgurtaa, uggura geejjibaa fi kkf geggeeffamuuf qophii xumurree jiraachuu isin beeksifna. Kanaafuu, hawaasni keenya kan aanaa kombalchaatiis dukkaanota dabalatee keessattuu oomisha dinnichaa fi kuddaraa […]

Continue Reading 0
Misguided Missile

OMN: The Misguided Missile – Part III

By Garee Mo’uu | August 17, 2017 This is the third and final part of a three-part series on this topic. This part will focus on how to revive OMN as a viable, uncorrupted, transparent and sustainable institution. As members of the Oromo community and society at large, we believe that measures must be taken […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions