Archive | August 8, 2017

20638144_10154637753376244_6339153061420090311_n

Mormiin Gabaa Laganaa Jabaatee itt Fufee

(SBO Hagayya 8/2017) Godina Lixa Shaggar Aanaa Jibaat Magaalaa Shananitti Sochiin Warraaqsa Biyyooleessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo dargaggoota Oromoofi uummata Oromoon finiinaa jiraachuu Gabaasaan Qeerroo Amboo irraa amma nu gahee ifa godheera. Qeerroon Aanaa Jibaat Magaalaa Shanan sochii Warraaqsa FXG marsaa 2ffaa kaleessa Ambootti qabsiifameef dirmannaa gochuun har’a Warraaqsa cimaa gaggeessa jiru, Gabaasaa dabalataan walitti […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions