Archive | August 11, 2017

eebbaa

Eebba manneen barnootaa Afaan Oromoo magaalaa Finfinneetti geggeeffamerratti

Eebba manneen barnootaa Afaan Oromoo magaalaa Finfinneetti geggeeffamerratti walaloo Lataa Qana’ii dhiheese; – – Taphadhaa hin mukaa’iinaa Addana teesaaniiti Finfinneedha yoo ta’e Biyya abbaa keessaniiti. Biyya Oromoon wal ga’ee Fuunfatu tumaa bunaa Biyya Qajeelaa Dooyyoofi Kan warra Tufaa Munaa! Birbirsa gooroofi Boolee Isa amma fooqiin bareedaa Coqorsatu irra ture Dur loon keenyatu dheeda! – – […]

Continue Reading 0
D914E15A-F700-4D65-BDE2-9110755D9A16_w1023_r1_s

Jireenya Baqattootaa : Gamannis Ibidda Gamasiis Ibidda

WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo)  — Biyya irraa ka’anii gara Somaaliyaatti eega imalanii booda magaalaalee biyyatti lama irraa Roobii Hagayya 9 fi Kamisa Hgayya 10 bara 2017 galaana irraa gara YamanTti imaluu kan jalqaban lammiwwan Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa dhuma irratti kanneen seeraan ala nama deddebisaniin galaanatti darbamuu isaanii dubbatu. Hedduun galaanaan nyaatamanii du’an. Hangi tokko immoo […]

Continue Reading 0
Oduu Amma Nu Gahe/Breaking News/ Hagayya 07, 2017-OMN

OMN: Oduu Olmaa Oromiyaa (Hagayya 11, 2017)

Today in Ginchi, Oromia region of Ethiopia. Not only they terrorize poor farmers with sophisticated hanvees donated from Western governments, they park it infront of police cafeterias for happy hour. (the writing on the wall says, District police cafeteria) State of Emergency changed to state of terror. SMH dd

Continue Reading 0
20728192_2043441395681728_7952958722605324580_n

Magaalaa Amboofi Naannoo Isheetti Warraaqsii Guyyaa 5ffaaf itti fufee jira

#OromoRevolution Magaalaa Amboofi Naannoo Isheetti Warraaqsii Guyyaa 5ffaaf itti fufee jira, Magaalaa Mogooritti Wayyaaneen Humna Waraana Agaazii bifa Adda Ta’een Qubsiise, Uummata gooluu irratti argama. Hagayya 11/2017 Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Sochiin Warraaqsa FXG guyyaa 5ffaaf itti fufuun , Duulli gabaa lagannaafi qabeenyaa ofii gabaa laguu, diddaan gibraafi gidiraa, uggurri sochii geejjibaa dhaabuu, manneen daldalaa […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions