Archive | August 12, 2017

20770365_224976111363383_2837228369351292988_n

Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayeefi Magaalaa Gudarritti Sochiin Warraaqsaa FXG

Hagayya 11/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayeefi Magaalaa Gudarritti Sochiin Warraaqsaa FXG, duulli gabaa lagaachuuf qabeenyaa ofii gabaa laguu, diddaan gibiraafi gidiraa , uggara sochii geejjibaa dhaabuufi hojii dhaabuun daran jabaatee waan itti fufeef Mootummaan abbaa irree wayyaanee waraana Agaazii uummatarratti babbaasee uummata shororkeessa jira. Addeemsii kun immoo diddaa uummataa ittumaa daran jabeessa jiraachuu […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions