Archive | August 28, 2017

state_department

Ameerikaan Lamiiwwan Ishii Itoophiyaa Jiranii fi Garas Deemanii Akeekkachiisa Imalaa Haaraa Baaste

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Ministiriin dhimma-alaa, ka Yunaayitid Isteets, Itiyoophiyaa keessa jeeqamni uummataa fi murtii seeraa tii ala hidhuun jiraachuu mala – jechuudhaan, gara sanatti imaluun akka balaa qabaqachuu malu akeekkachiistee jira. . Keessumaa naannawa Gonderii fi Bahir-daar, akkasumas, godinaalee Oromiyaa garii keessatti tasgabii-dhabinsi itti fufuun isaa gabaasamee jira – ka jedhu, ministriin […]

Continue Reading 0
“Ilmi Oromoo Baratee Eessa Iyyuu Hin Gawu”

“Ilmi Oromoo Baratee Eessa Iyyuu Hin Gawu”

“Ilmi Oromoo Baratee Eessa Iyyuu Hin Gawu” By Feyera Sobokssa We have never been at peace ever since our land was conquered by the Abyssinian external forces often known by our parents as “Gaadduus. Our parents had a valid reason to say “Ilmi Oromoo baratee eesa iyyuu hin gawu.” When loosely translated, it is like saying, […]

Continue Reading 2
Falmaan Bilisummaa Oromoof taasifamu jabaatee itti fufa!

Falmaan Bilisummaa Oromoof taasifamu jabaatee itti fufa!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Qeerroo Bilisummaa Oromoo, 27 Hagayya 2017, Oromiyaa) Koreen Aduulaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hagayya 27 bara 2017 teessoo ariifachiisaa guyyaa tokkoof gaggeessee jira. Teessoo kana irrattis haala yeroo ammaa Oromiyaan keessatti argamtuu walhuabchiisee jira. Kanuma waliins, duula itti fufiinsaan gaggeeffamuu qabu irratti kallattiii kaayeera. Akka kanaanis, mirga abbaa biyyummaa kabachiifachuuf wareegama olaanaa ummati […]

Continue Reading 0
Koree Qindeessituu Irreechaa 2017 irraa

Koree Qindeessituu Irreechaa 2017 irraa

Saba tokko saba biraa irraa waan addaan baasan keessaa warri gurguddaan Aadaa fi Afaan isaati. Bu’uurri ykn hundeen afaanii ammoo aadaa akka ta’e qoratoonni ni dubbatu. Aadaan akkaataa jiruu fi jireenya saba tokkoo calaqqisa ykn ibsa.  Kunis bifa hedduun ibsamuu danda’a.  Akkaataa sabni tokko uffatu, sirbu ykn wallisu, mana ijaarratuu fi meeshaalee mana keessatti gargaaramu, […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions