Archive | August 31, 2017

Oduu Gara Garaa – Hagayya 31, 2017

Oduu Gara Garaa – Hagayya 31, 2017

#DhimmaKoraSabaa-“Korri ABO 4ffaa Dawud Ibsa Hayyu Duree, Araarsoo Biqilaa itti aanaa Hayyu Duree godhee filachuun xummuree jira. Miseensota 13 akka SH-GS ttis Kan hojii raawwachiiftuu dhaabichaa ta’an filateera.Miseensota Gumii sabaa haaraa kan filate yoo ta’uu kanneen kana keessaa walakkaan isaanii Qeerroo biyyaa keessaa fi WBO kanneen zooniilee garaagaraatti qabsoo irraa jiran dha. Jiilli bakka garaagaraa […]

Continue Reading 0
kora-sbaa-4ffa

Murtii fi Kutannoolee Kora Sabaa 4ffaa ABO Hagayya 20 – 30, 2017

Korri Sabaa 4ffaan Adda Bilisummaa Oromoo bakka bu’ootni Miseensota ABO, bakka bu’ootni Caayaalee ABO, bakka bu’ootni waldaalee fi murnoota hawaasaa adda addaa fi keessummootni afeeraman bakka argamanitti Hagayya 20 – 30, 2017 haala ow’aa fi mirqaansaa taheen gaggeeffamee injifannoodhaan xumurame. Korri Sabaa kun kan geggeeffame wayta ummatni Oromoo, Addi Bilisummaa Oromoo fi Qeerroon Bilisummaa mootummaa Wayyaanee wajjin yeroo kamiyyuu […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions