Archive | September, 2017

Humni Waraanaa Wayyaanee Sodaa Hokkora Irreecha Irratti Kaafamuu Mala Jedhuun Gara Bushoiftuutti Guuramaa Jira.

Qeerroo.org | Fulbaana 29, 2017 Aadaaf duudhaa Oromoo keessaa Irreechi isa guddaaf olaanaadha. Ayyaanni Irreechaa sirna galata galfannoo Waaqaa kan lammiin marti itti wal gahu ta’uun hubatamaadha. Irreechi Bushooftuu bakka nagaa, bakka jaalalaa, bakka kadhaa amantaa Oromooti. Bu’aa ba’ii hedduu mudataa turanis jabaatee asiin gahatee ayyaana kana kabajachuuf jalabultiirratti argama. Ayyaanni kun akka miidiiyaan biyyaa […]

Continue Reading 0
baabaa

እሬቻ—የምስጋና፣ የእርቅ፣ የአንድነት፣ የሠላም እና የደስታ ቀን!

እሬቻ—የምስጋና፣ የእርቅ፣ የአንድነት፣ የሠላም እና የደስታ ቀን! —ቂም ተይዞ ወደ እሬቻ አይኬድም! በዮሴፍ ሙለጌታ ባባ, PH.D. እሬቻ በኦሮሞ ሕዝብ ዘንድ እንደ ቅዱስ በዓል ይከበራል። እሬቻ የምስጋና፣ የእርቅ፣ የአንድነት፣ የሠላም እና የደስታ ቀን ነው። እሬቻ በዓል ለዋቃ ጉራቻ—ምሉዕ በኩለሄ አምላክ—ምስጋና የሚሰጥበት ቀን ነው። የመልካም ነገሮች ሁሉ ምንጭ ዋቃዮ—Waaqaayyoo—ነው። ሕዝቡ ለዚ መልካም ስጦታ ከልብ የመነጨ ምስጋና ለአምላኩ […]

Continue Reading 0
irreecha_fi_tigre

Irreechaa fi Wayyaanee

Irreechaa fi Wayyaanee Duraan Dursa Baga Ayyaana Irreechaa Bara 2017tin Nu Gahe! Baarentuu Gadaa Irraa Akkuma beekamuu fi hunduu quba qabutti Sirna irreechaa kun weerara minilikiirraa kaasee amma kufaatii Dargiitti akka aadaa Oromoo ganamaa fi dhuudhaa Oromoottichaatti kabajamaa hin turre, asii fi achitti dhoksaan kabajamaa ture, sirnoonni Oromoo weeraranii bita aturan kun aadaa, duudhaa, afaan, […]

Continue Reading 0
15325132_404

የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ስራ እየተቋረጠ, ሰራተኞች እየተባረሩ ነው ተባለ

ካነበብኩት ጉድ በል ጎንደር! የ”ታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ስራ እየተቋረጠ ሰራተኞች እየተባረሩ ነው ተባለ ። ግድቡ ተገንብቶ ለኢትዮጵያውያ “ታላቅ” እድገት ያመጣል እንዳልተባለ ግድቡን የሚገነቡት የሰው ሃይሎችና የኮንስታርክሽን ካምፓኒዎች እየተባረሩ መሆኑን ለኢትዮጵያንዲጄ መረጃዎች በውስጥ መስመር እየደረሱን ነው። ባሳለፍነው ሳምንት ካለው 50% ሰራተኛ ቀንሷል በዛሬው እለት ስራ መፈለግያ የ3 ወር ቤዚክ በመስጠት አሰናብቷቸዋል በቀጣይ 2 እና 3 […]

Continue Reading 0
E2AA1D8B-A0D5-4DB0-8B0B-D8DC4F1E79B2_w1023_r1_s

VOA Afaan Oromoo – Fulbaana 28, 2017

FINFINNEE (VOA Afaan Oromoo) – Galmeessi Dii Vii (DV) Lotorii Kibxata fuul-dura keenyaa akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Onkoloolessa 23 akka jalqabamuu Embaasiin Ameerikaa ka Finfinnee jiru beeksisee jira. Yeroon galmeessa Dii Vii bara 2019 ennaa labsame kanatti lakkoobsi godaantota bara kana Ameerikaa seenanii meeqa akka tahu mariii fi wal-falmiin itti fufee jira. Hireen Dii Vii Lotorii […]

Continue Reading 0
kurdistan

Kurdoonni Sagalee Hiree Murteeffannoo Kennaniin Injifatan

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Kurdoonni Iraaq Baagdaad irraa walaba ba’uuf sagaleen kennan caalmaa sagalee harka 92 argatee jira. Sagaleen hiree murteeffannoo wiixata darbee kenname kun mootummaa Baagdaad keessa jiru, biyyoota ollaa fi Yunaaytid Isteets biraa mormiin isa mudatee jira. Gama kaaniin xayyaaroonni biyyoota giddu galeessa bahaa keessa balali’an ajaja Iraaq biraa kenname kan akka […]

Continue Reading 0
_98040088_img_5905

Irreechaa baranaa irratti humni waraanaa hin argamu

(BBC Afaan Oromoo) — Bifa kanaan dura hin baramneen, ayyaana Irreechaa bara kana Onkoloolessa 1 bara 2017 kabajamu irratti qaamni mootummaa kamiyyuu qooda akka hin fudhanne himame jira. “Akka nama dhunfaatti dhufanii yoo irreeffatan namni isaan dhorku hin jiru,” jechuun walitti qabaan Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromiyaa Abbaa Gadaa Bayyanaa sambatuu BBCtti himaniiru. Ayyaana Irreechaa […]

Continue Reading 0
PlightOromoRefugees2010_Dec

“GAANGEEN TAKAALLAA KUTATTE” JENNAAN, “OFITTUU GABAABSITEE” JEDHAN

“GAANGEEN TAKAALLAA KUTATTE”   JENNAAN,“OFITTUU GABAABSITEE” JEDHAN SEENAA Y.G (2005) Qabsoon Oromoo Biyya keessaa fi alatti gaggeeffamaa jiru, suduudaan Oromoof osoo hin taanee, dina keessaa fi alaa, Diina Ollaa fi baar gamaaf, akkasumas, addunyaa maraaf waan dhaamaa jiruutu jira. Ergaan ifatti mul’isaa ykn dabarsaa jiru, waan lafa keessaa qotanii ykn qorannoo gaggeessanii bira ga’an odoo hin […]

Continue Reading 0
awol_aloo

Lola Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Somaalee-Itiyoophiyatti Uumme Furuu Irratti Deemsa Mootummaa Federaalaa fi Ka Naannoo Oromiyaa

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Aanaalee daangaa Oromiyaa fi bulchiinsa naannoo Somaalee keessatti walitti-bu’insa uumee furuuf, mootummaan naannoo Oromiyaa fi mootummaan federaalaa akka tarkaanfii fudhatan ibsaa jiran. Walitti-bu’inicha furuufis tahe uummata sababaa sanaan qehee ofii irraa buqqa’e gargaaruuf, tarkaanfiin gama mootummaa federaalaatiin fudhatame xiqqaa fi ka boodatti harkifate akka tahe dubbatu, qeeqxonni. Mootummaan federaalaa walitti-bu’insa […]

Continue Reading 0
Benishangul-Gumuz

Of eeggannoo uummata keenya (Oromoota) Naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatan

Of eeggannoo uummata keenya (Oromoota) Naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatan. Abdii Lammii irraa Uummanni Oromoo Naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatu uummata Naannoo sanaa jechuunis Bartaa, Gumuz, Shinaashaa, Maa’oo,  Koomoo fi kanneen biroo wajjin wal danda’uufi Wal kabajauun waggoota dheeraaf waliin jiraachaa ture. Uummanni Oromoo naannoo sanaatti mirgoota namummaa kanneen akka afaaniin barachuu, aadaa ofii kabajuu fi hiree […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions