Archive | October, 2017

alaabaa_abo

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti

Alaabaan ABO/Oromoo Mallattoo Diddaa Gabrummaa fi Aasxaa Walabummaa Oromiyaa ti (Ijoo Dubbii ABO Onk. 16, 2017) Qabsoo haqaa Sabni Oromoo Walabummaa isaa gonfachuuf geggeessaa turee fi jiru adda durummaadhaan kan hoogganu Addi Bilisummaa Oromoo Akeekaa fi Kaayyoon isaa galma gahiinsa qabsichaa ti. Jaalalaa fi deggersi dorgomaa hin qabne kan Ummatni Oromoo Dhaaba isaa Adda Bilisummaa […]

Continue Reading 0
Qabsoon Isaa Boojihamuu Ummanni Hayyamuu Hin Qabu

Qabsoon Isaa Boojihamuu Ummanni Hayyamuu Hin Qabu

Abbaa Urjii tiin Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa baroota hedduuf munyuuqqachaa baatullee arra bakka if duuba hin deebinee fii sadarkaa abdachiisaarra geeysee jirti. Irreeysii torbaan lama dura Hora Arsadeetti gaggeeyfame haala kan firaa fii diinaa fiis ifa godhee jira. Ayyaanni ummanni miliyoona shanii olitti shalagaman irratti arkaman milkiin xumuramuun, qabsaawotaa fii sab-boonota bira dabree warra diinaaf […]

Continue Reading 0

DHUGAA DUBBACHUUN MAAL BALLEESSA!

Qixxeessaa Lammii Irraa | Onkoloolessa 15, 2017 Dhara dubbachuun dhugaa dubbachuu irra haffallata. Dharti humna qaba, gurra namaatti tola, qalbii nama hata, onnee nama si’eessa. Dhugaan garuu akka dharaa miti. Gurratti nama hadhaawa, nama dallansiisa, Namaa hin liqimfamu. Sababni bu’uura kana irraa ka’eef waa’ee amma namoota gara garaan dhimma sochii biyya keessaa irratti miidiyaalee gara […]

Continue Reading 0

Waanyoo fi Diinni Tokkuma!

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 13, 2017 Hunda dura fayyaa fi nageenyi Waaqayyoo hunda keenyaaf haa ta’u. Galata galfatnaa waaqaan barruu kiyya eegaluun fudhatama argachuu yaada dabarfachuu barbaaduuf irree ta’a jedhee waan abdadheef. Qajeelaa fi dabaan, nagaa fi balaan, galataa fi gadoon, fayyaa fi dhibeen, hojjataa fi sarangadeen, haasawaa fi hojiin, dhugaa fi dharti, Firaa fi […]

Continue Reading 0
22366347_540066143000584_1019018569064189394_n

Uummanni Dinnaan Dide!

Uummanni Dinnaan Dide! Baarentuu Gadaa Irraa Har’a duulli nurratti banamee jira. Duula kaabaa kibbaan, bahaa lixaan nurratti baname kanamoo kan gaggeessaa jiru wayyaanee dha. Wayyaaneen waggoota 26n darbaniif Oromoorraa raftee hin beektu. Kan waggoota 3n darbanii ammoo adda. Barri baranaa ammoo bara Wayyaaneen duula xumuraa ummata Oromoorratti  labsiteedha jechuutu danda’ama. Aga’aaziin  waggoottan darbaniif keessumaa ammoo […]

Continue Reading 0
RSWO – Onkololeessa 12, 2017 ODUU, QOPHII ADDAA FI DHAAMSA RSWO

RSWO – Onkololeessa 12, 2017 ODUU, QOPHII ADDAA FI DHAAMSA RSWO

Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti rasaasa Loltoonni Wayyaanee ilmaan Oromoo hiriira ba’an irratti bananiin Oromoonni afur wareefamuu, Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Danbidoolloo keessatti tarkaanfii qeerroon fudhataniin loltoonni wayyaanee lama madaa’uu fi mormiin magaalota godinichaa edduu keessatti geggeeffamaa jiraachuu , Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookeetti hiriirri mormii jabaan geggeeffamuu,akkasumas Oromoonni sadii rasaasa qaamota wayyaanee irra itti […]

Continue Reading 0
VOA: Qaamoota Bu’an Isaanii Xuqameetu Hiriira Oromiyaa Keessaa Hokkara Kaasuuf Itti Gargaarama

VOA: Qaamoota Bu’an Isaanii Xuqameetu Hiriira Oromiyaa Keessaa Hokkara Kaasuuf Itti Gargaarama

WAASHIGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Roobii Onkolooleessa 11 bara 2017 Magaalaa Shaashamannee fi Harargee dhiyaa magaalaa Bookee keessatti hiriira gaggeeffamee keessatti namnii 6 du’u itti gaafatamaan waajiira komunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsanii jiru. Kaleessa magaalaa shaashamannee keessatti kan ajjefaman namoota 4 keessaa tokko dubartii hiriira waliin sababaa wal hin qabanneen duute […]

Continue Reading 0
_98285275_afaan_oroomo_shashamannee

”Abbaan koo jaarsi umurii 67 daandiirra osoo deemanii rasaasaan dhahaman” ilma abbaan Shaashamanneetti irraa ajjeefame

(BBC Afaan Oromoo) — Hiriira guyyaa kaleessaa magaaloota Oromiyaa adda addaa keessatti taasifameen namoonni jaha yoo ajjeefaman, kanneen 33 ol ta’an ammoo madaa’uusaanii, odeeffannoon mootummaa naannoo Oromiyaa irraa argame mirkanneesse. Namoota ajjeefaman jahan kanneen keessaayis sadan isaanii magaalaa Shashamanneetti ta’uu hubatameera. Namoota Magaalaa kanatti ajjeefaman keessaa tokko maanguddoo umuriin isaanii waggaa 67 fi Obbo Galatoo […]

Continue Reading 0
confused

ወዴት እየሄድን ነው?

ወዴት እየሄድን ነው? ከባይሳ  ዋቅ-ወያ (ለውይይት መነሻ) ሰሞኑን ካገር ቤት የሚደርሰው ዜና እንደሁ “ያለ ወትሮው” ቸር ወሬ ላለመሆን የወሰነ ይመስላል። ባለፈው ሳምንት ሁለት ጄኔራሎች ከዱ ብለውን ”በመገረም“ ላይ እያለን በሳምንቱ መጨረሻ ላይ ደግሞ ጠቅላይ ሚኒስትሩን አጅቦ ለተመድ ስብሰባ  ወደ ኒውዮርክ ሄዶ የነበረው ታዋቂው የልፍኝ አስከልካይ አሜሪካን አገር ጥገኝነት ጠየቀ ሲሉን “ዕጢያችን ዱብ ብሎ” ነበር።ዛሬ ደግሞ […]

Continue Reading 6
22310372_10213008743044993_436881297607347945_n

Hardha Hiriiri mormii guddaan Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jira – kutaa 2

Magaalli Shaashammanneen wayita ammaa FXG finiinsuun toohannoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo jala jirti. Dhaadawwan shaashimannee fi magaala Ambootti godhamaa jiru wal fakkaataadha – Abbaan biyyaa ABO dha – Down Down Woyane – Oromiyaan ni bilisoomti – Daangaan oromiyaa haa kabajamu – Oromiyaan dhiga ilmaan isheetiin bilisa baati – Gumaa goototaa fi jaallewwan keenya wareegamaa jiranii dhiigumaan […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions