Archive | October 11, 2017

22310372_10213008743044993_436881297607347945_n

Hardha Hiriiri mormii guddaan Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jira – kutaa 2

Magaalli Shaashammanneen wayita ammaa FXG finiinsuun toohannoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo jala jirti. Dhaadawwan shaashimannee fi magaala Ambootti godhamaa jiru wal fakkaataadha – Abbaan biyyaa ABO dha – Down Down Woyane – Oromiyaan ni bilisoomti – Daangaan oromiyaa haa kabajamu – Oromiyaan dhiga ilmaan isheetiin bilisa baati – Gumaa goototaa fi jaallewwan keenya wareegamaa jiranii dhiigumaan […]

Continue Reading 0

DHUGAA FI DHARA ADDAAN WALLAALUUN OF WALLAALUUDHA!

Qixxeessaa Lammii | Onkoloolessa 11, 2017 Dhugaan waan dhageettii fi argaadhaan mirkanaawe waan qabatamaa fi mul’ataa haalamuu ykn didamuu hin dandeenye tokkoodha. Dharti waan qabatamaa hin ta’inii fi mul’atne ykn dhageettii qofaan ta’uu malaan waan dharaa dhugoomsanii fudhatanii fudhachiisuuf dhaahessuudha. Addunyaa biyya lafaa tana irratti kan humna jabaa qabu dhara akka ta’ebeekkamaadha. Dhugaan humna baay’ee […]

Continue Reading 0
Ambo1-e1489850308740

HANGUMA NUUTI JABAANNU, SHIRRI DIINAAS JABAACHU HUBADHUU !!

HANGUMA NUUTI JABAANNU, SHIRRI DIINAAS JABAACHU HUBADHUU !! SEENAA  Y.G (2005) Sochiin qabsoo keenyaa akka sibiilaa jabaachaa deemuun haqa. Har’a warra yaadaan dhibamanii fi Habashummaan keessaa dhikkifatee yaada gara garaa kaasaa jiraniif, akkasumas, gufuu qabsoo keenyaa ta’aniif hin dhiphannu. Maaliif jennaan, Sochii amma gaggeeffamaa jiru keessatti qooda mataa isaa gumaachaa ka jiru, dhibbeentaa 95%n waan […]

Continue Reading 0
Alaaabaan ABO, Alaabaan Ummata Oromoo Faajjii Qabsoo Bilisummaa Oromooti!

Alaaabaan ABO, Alaabaan Ummata Oromoo Faajjii Qabsoo Bilisummaa Oromooti!

Alaaabaan ABO, Alaabaan Ummata Oromoo Faajjii Qabsoo Bilisummaa Oromooti! Waaqoo Nooleetiin Qabsoon Kallachi QBO ABOn gaggeessaa turee fi jiru, Qabsoon ummanni Oromoo bal’aan alaa fi keessaan irree tokkoon wal ta’uun gaggeessaa turee fi jiru qabsoo Bilisummaa sabaa fi Walabummaa biyyaati. Qabsoon hadhaan tana Oromoo miloyoonotaan damaqsee gaggeeffaama jiru kun qabsoo hadhuma ijaaramee kurfeeffamee sadarkaa amma […]

Continue Reading 0
buraayyuu

ONN:Oduu Oromia News Network Onk 11, 2017

Meeshaan Waraanaa Wayyaaneen Konkolaataatti Dhoksaan Fe’ee Deemu Yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaatti Qabame Wayyaaneen waraana Oromoo irratti taasistu itti fufuun obsa osoo hin kutatiin meeshaa Waraanaa irra deddeebiin uummata Gumuziif dhiyeessii taasisuuf gumaacha gootu itti fuftee jiraachuu beekame. Haaluma kanaan yeroo 3ffaaf Lixa Oromiyaa aanaa Limmuu bakka Sogee jedhamu keesaatti meeshaa waraanaa Kilaashii dabarsaa jiranii Onkoloolessa […]

Continue Reading 0
Dr_mararaa_guddinaa

የዶ/ር መረራ ጉዲና ፖሊቲካዊ ፍልስፍና !

የዶ/ር መረራ ጉዲና ፖሊቲካዊ ፍልስፍና ! ዮሴፍ ሙሉጌታ ባባ, PH.D.* በኢትዮጵያ ፖሊቲካዊ ፍልስፍና ታሪክ ውስጥ፣ ሁለት ጽንፈኛ አመለካከቶችን ለ‹‹ማስታረቅ›› ከፊተኛ ጥረት ካደረጉ ጥቅት ምሁራን መካከል፣ ዶ/ር መረራ ጉዲናን ለአብነት መጥቀስ ይቻላል። ከዝህ በፊት ለንባብ የበቁ የምርምር ሥራዎቹ፣ በአንድነት ኋይሎችና በብሔርተኞች መካከል ያለው እልህ አስጨራሽ ፍልሚያ ማብቃት እንዳለበት በግልጽ ያሳያሉ—Merera Gudina, Ethiopia: Competing Ethnic Nationalisms and […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions