Archive | Music

Feyisa Lilesa celebrates crossing the line in second place in Rio

Sirboota Fayyisa Lilleesaaf sirbaman keessaa

Sirba Fayisa Lelisaaf sirbame by Mulu Bekrele & Jagama Badhane, New Oromo Music 2016 Sirba Gooticha Fayyisaa Leellisaa Faarsu by Ramatu Amade New Oromo Music 2016 #OromoProtests Sea’ ad Awwal “Nama Nyaata” for Feyisa’s Lilesa By Raya Studio 2016 **NEW**Kadir Kotola (2k) Obsi #Oromo Protest (2016)

Continue Reading 3
Walleewwan Qabsoo:- Sa’ad Awwal – ‘Gubee Lole’; Falmataa Kabbadaa – ‘Qeerrootu Galaa Baata’

Walleewwan Qabsoo:- Sa’ad Awwal – ‘Gubee Lole’; Falmataa Kabbadaa – ‘Qeerrootu Galaa Baata’

Gootawaan weellistoota Oromoo hojiiwwan Qabsoo Bilisummaa Oromoo utubanii fi fuunduratti furgguggisan heedduu gumaachaa kan turan yoo tahu, yeroo ammaan kana qabsoo hadhooftuu ummati Oromoo keessa jiru fi Fincila Xumura Gabrummaa akka abidda saafaa Oromiyaa Kaabaa Kibbatti, Bahaa Lixatti boba’aa jiru kanaaf humna guddaa tahaa jiru. Akkuma kanaan goototi weellistoota Oromoo Sa’ad Awwal wallee mata-duree ‘Gubee […]

Continue Reading 0
Artistota Oromoo Motummaan Wayyaanee Ajjeese

Artistota Oromoo Motummaan Wayyaanee Ajjeese

‪#‎BilisummaaOromoo‬-(17.03.2016, ‪#‎XumuraGarbummaaHurrumuu‬, Oromiyaa) Mootummaan Wayyaanee erga aangoo Impaayera Itoophiyaa qabatee biyya Oromiyaa keessatti buttaa garboonfatummaa siaa diriirsee egalee qamoota hawaasa Oromoo mirga saba Oromoof dubbatan, falmanii fi qabsaa’an dhabamsiisaa jira. Bara 1992 haga 2006 gidduutti, fakkeenyaaf, artistota Oromoo qaroo fi beekamoo 10 ajjeesee jira. JIREENYAA AYYAANAA – Bara 1992 keessa ukkaamsame; ergasiia chi buuteen isaa […]

Continue Reading 0
#OromoProtests – Musics, 2016

#OromoProtests – Musics, 2016

Maaster Pilaanii Oromo music New 2016 kasaa diina rasaa artist Adem misoma fi artist Jamal musa New Oromo music dedicated to #Oromoprotests “Sichii Magartu Oromiya” 2016 #OromoProtests :- Lencho Abdishakur “Lammii Koo” Oromo Music 2016 Obsi Yaa Harmee too: Elemo Abdishakur, Radina and Ramadan Rasta ***New Oromo Music 2016*** **NEW**Meetii Abbabaa – falmaadhu ka, i […]

Continue Reading 0

Designed and Developed by NextGen IT Solutions