22310372_10213008743044993_436881297607347945_n

Hardha Hiriiri mormii guddaan Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jira – kutaa 2

Magaalli Shaashammanneen wayita ammaa FXG finiinsuun toohannoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo jala jirti. Dhaadawwan shaashimannee fi magaala Ambootti godhamaa jiru wal fakkaataadha
– Abbaan biyyaa ABO dha
– Down Down Woyane
– Oromiyaan ni bilisoomti
– Daangaan oromiyaa haa kabajamu
– Oromiyaan dhiga ilmaan isheetiin bilisa baati
– Gumaa goototaa fi jaallewwan keenya wareegamaa jiranii dhiigumaan deebisna
Jedhun itti fufanii jiru.













No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions