OMN: Oduu Amma Nu Gahe (Breaking News) – Adol. 24, 2017

Oduu Amma Nu Gahe/Breaking News/ Hagayya 07, 2017-OMN


Qeerroo Amboo

Gootonnii fi abdii uummata Oromoo qeerron #Amboo osoo humni waraanaa magaalaa guutee dhaabbatuu sodaa tokkoon maletti tiransport kaabinee 7, Minibaasii fi konkolaattota hedduu irratti tarkaanfii fudhataniiru. Yeroo ammaa guutummaa magaalattii keessatti qeerron gurmuun socho’aa jirti. Konkolaattota hunda waamicha qeerroo dhagahuu didan daaressaa jiru.

Adaraa ilmaan Oromoo guutummaa Oromiyaa akka saree manatti deebinee taa’uu irra akka leencatti baanee haa famannuu.
Guutummaa Oromiyaa keessatti mormiin kuni jabaate itti fufuu qaba.
Qeerroo iyyaa iyya walitti dabarsaa.

No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions