Oduu Gara Garaa – Fulbaana 24, 2017


Warra Oromummaan onnee irratii daraaree dhageeffadha






Qeerroo News

Konkolaataa wal harkisaa (Tasabiin)warra tigiree Shukkaara guuraa jira. Dhufee asii(Najoo;Waarshaa Dhidheessaa) Naqamtee fi Beddellee Shukkaarri jiru #makkalakiyaan kuntaala kuma kudhan (10,000)bitanii fe’anii guuraa jiru.Akka biyyaatti shukkaarri jiru isaan tasaabii fidanii guurrachaa jiru. Asiimmoo shukkaarri birrii 55 dha. Doolaara barbaachaaf jedhanii shukkaaricha biyya alaatti guraa akka jiran qeerroon gabaase.




No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions