#OromoProtests – Oduu adda addaa Bitootessa 20, 2017








Guyyaa Kaleessa 18/3/17 Biyyaa UK jedhamtu keessatti Walgahii ambaasaaddarootta wayyaanee Akkasi ishee Goote Qeerroon

Via Ayyaamadii best
Guyyaa 18/3/17 Biyya United Kingdom 🇬🇧 magaalaa Newport jedhamtu keessatti Walgahii ambaasaaddaroonni wayyaanee dhoysaan maqaa Lafa finfinnee irratti isiniif kennama jedhamuun ijoollee wayyaanee fi dhalattoota Somaalee kan ta’an qofa waamanii lafa Oromoo saamuufi saamsisuuf walgahii isaan qopheeffatan haala kanaan Ilmaan OROMOO jalaa fashaleessinee jirra
Baga gammaddan!



No comments yet.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions