Waamicha Hawaasaa Oroomoo Waashingitoonii fi Nannoo Jiraataniif
Eebba Kitaaba Afaan Oromoo – “GAAF-TOKKO”

Election officials count votes at the end of the voting exercise in Ethiopia's capital Addis Ababa May 24, 2015. REUTERS/Tiksa Negeri

African observers say Ethiopia poll credible, opposition cries foul

By Aaron Maasho ADDIS ABABA (Reuters) – African Union observers said on Tuesday that Ethiopia’s parliamentary election held on Sunday was credible except for a few irregularities, but the opposition dismissed the vote as marred by violations including ballot box theft. Provisional results in Africa’ second most populous nation are due later this week and […]

Continue Reading 0

Hundreds Of Sidama Liberation Movement ‘SLM’ (Medrek) Sidama Candidates & Observers Have Been Arrested Since 24 May 2015.

May 26, 2015 | Kukkissa, Sidama reporter from Sidama capital, Hawassa Hundreds of Sidama Liberation Movement (SLM) Medrek candidates have been unlawfully imprisoned in Sidama region of Southern Ethiopian during and following Ethiopia’s May 24, 2015’s fake and highly rigged election. The incumbent regime claims that it has won a 100% without single winner from […]

Continue Reading 5
ofc_logo

Motummaan Wayyaannee sagalee uummataa saamee aangoorra turuudhaaf tattaaffii gochaa jiruun walqabatee mormii fi hokkara uumamu hundaaf itti gaafatamaadha

Filannoo biyyoolessaa bara 2007 ilaalchisee dhaabbileen mirga namoomaa hedduun erga duula nafiladhaatii kaasee haalli jiru haqa qabeessaa fi bilisa akka hin taane mirkaneessaniiru. Wayyaaneen duula nufiladhaarratti tumaatii, dhaanicha, ajjeechaa fi hidhaa raawwachuun ni beekama. Dhaabbileen mormitootaa wal-falmii filannoorratti injifannoo guddaa galmeessisuudhaan deeggarsa ummata bal’aa argachuunis ni beekama. Rifaatuu kanarraa kan ka’een, mootummaan gabroomsaa kun filannoodhaaf […]

Continue Reading 1

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Afraffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa afraffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi nageenyi, bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa taanyaaf haa dhufu! Erga Ambo bultanii bishaan, aannanii fi damma isaatti gammaddanii, amma adeemsa keenya gara Shaggarittii mitii […]

Continue Reading 3
Inside Story: The two faces of Ethiopia’s democracy

Inside Story: The two faces of Ethiopia’s democracy

(Aljazeera) — Ethiopians go to the polls for the first time since the death of strongman Meles Zenawi. More than 36 million people have registered in Ethiopia’s election. But many argue the vote in this African country falls short of being free and fair. The opposition accuses the government of using authoritarian tactics to secure […]

Continue Reading 0
exit_poll_in_oromia

Exit polls in Ethiopia show opposition victory in Oromia, Addis Ababa

(Somaliland Press) –A survey of voters in central Ethiopia revealed opposition victory inside Oromia state and Addis Ababa city. The exit poll was carried out by a coalition of university student volunteers from Addis Ababa, Jimma and Adama, the regional capital city.On Sunday, Ethiopia completed its first general election since the death of longtime prime […]

Continue Reading 6
10408538101016734906581033798126-3606312_p9

Mixed state of security after election in Ethiopia

(iReport CNN) — Addis Ababa remains largely calm following Election Day, yesterday. Security has clashed with protesters in Oromia, the largest and most populous state that has seen large pro-opposition rallies over the last weeks. At least one killed in Midakengi district of west Shewa in election related violence. About 85% of nearly 36 million […]

Continue Reading 0
sidama_oromo_ogaden

Ogaden National Liberation Front, OROMO Liberation Front and Sidama Liberation Front Alliance for Peace, Democracy and the right of Choice

Joint Statement regarding the Fake Election in Ethiopia May 25, 2015 (ONLF) — The Ogaden National Liberation Front, The Oromo Liberation Front and the Sidama Liberation front categorically state that the so called elections held in Ethiopia on May 24, 2015, was not an expression of the democratic will of the all the peoples in […]

Continue Reading 16

Ilmaan Saboota Kibba Impaayera Xoophiyaa waraana Wayyaanee keessa jiran, yeroo isaan qawwee Tigree ummata isaanii irraa kaasanii gara ajajoota waraana wayyaanee Tigree ta’anitti deebisan amma

Dhuma jaarraa 19ffaatti, biyyooti saboota Kibba Impaayera xoophiyaa kanneen akka: Affaar, Iissaa, Ogaaden, Oromoo, Sidaamaa, Koonsoo, Kaffichoo, Walaayitaa, Kambaataa, Majangir, Hadiyyaa, Nuweerii, Anywaa, Beenishaangul, Gumuz fi kkf afaan qawweetiin gabrummaa Xoophiyaa jalatti eerga kufanii booda sirni: cunqursaa siyaasaa, hacuuccaa: aadaa, afanii fi seenaa, saamicha diinagdee, dhiitama mirga dhala namoomaa, hiyyummaa, wal’aalummaa, dhukkubaa, walumaagalatti, salphinaa fi […]

Continue Reading 1
mulu_seboka

Course Record fall as Mulu Seboka triumph in Karlovy Vary

(Athletics Illustrated) — Mulu Seboka won the women’s title, running 69:11 for a personal best and a course record by six seconds. The prolific marathoner from Ethiopia went clear at 13 km on an undulating course. Kenya’s Linah Cheruto finished second with a personal best of 70:22 while Bahrain’s Eunice Chumba placed third in 70:59. […]

Continue Reading 0
Gabaasa Filannoo Kijibaa Caamsaa 24/2015 Gaggeeffame Godinaa fi Yuuniversitii Garagaraa Irraa

Gabaasa Filannoo Kijibaa Caamsaa 24/2015 Gaggeeffame Godinaa fi Yuuniversitii Garagaraa Irraa

Filannoo Mootummaa Wayyaanee Har’a Caamsaa 24/2015 Ilaalchisuudhaan Akkaataa Adeemsa Filinnichaa, Farra Kijiba Filannoo Ta’uun Sochii Taasifame fi Mootummichis Filannicha Sobaan Milkeessuuf Shira Xaxe. (Qeeroo) — Filannoo kana milkeessuudhaaf mootummaan wayyaanee daba garagaraa qopheessaa bahe, naannoo itti milkaahee tokkollee hin qabu, filannoon silas kanuma isa filuuf qophaayeedha biyyicha keessatti kanumaanuu har’a oromiyaa keessatti filanoon gaggeeffame gara […]

Continue Reading 1
omn

Wallagga Lixaatti Uummanni Oromiyaa Miidiyaa Neetworkii (OMN), SBO fi Raadiyoon Oromoo Akka Hin Dhaggeeffanne Dhorkame

(Qeerroo) — Mootummaan Wayyaanee yeroo ammaa waan hoji isaa saaxilu, rakkoo uummanni Oromoo keessa jiru miidiyaa addunyaatti dhageesisu gufuu tahuuf shira xaxuuf halkanii guyyaa kan duulu,mootummaan Wayyaanee of tuulaa fi shororkaa’aan uummanni Oromoo Wallagga keessa jiraatu mana mana irraa deemuudhaan miidiyaa OMN,SBO fi Raadiyoon Oromoo  akka hin dhaggeeffanne har’a Caamsaa 23,2015 dhorkuu Qeerroon Wallagga,Aanaa Gullisoo […]

Continue Reading 1
sidama_oromo_ogaden

Joint Statement By Ogden Liberation Front (ONLF ), Sidama Liberation Front (SLF)& Oromo Liberation Front(OLF)

Joint Statement The Tigray dictatorial ruling class was built on excessive military power. The regime indulged the country into extreme poverty. The corruption of the ruling class was one of the main machinery that put the country into the highest level of economic inequalities where the few members of the ruling class became the richest […]

Continue Reading 36
autocratic leadership

Oromo: A blessed nation confronted with paradoxes

Leenjiso Horo May 2015 The Oromo are a blessed nation.  They are blessed with huge population, vast country, abundant natural resources, rich environment and productive land.  Oromiyaa has minerals, gold, platinum, iron ore, coffee and more.  These are the blessings.  But we faced paradoxes. The paradoxes that we have been facing are: we are not […]

Continue Reading 14
SBOLogoAnimation

Waraanni Mootummaa Wayyaanee Sadarkaa Tokkoffaatti Akka Qophaa’u Ajajame

Humna Qilleensaafis Ajaji Fakkaataan Laatame (SBO) — Wayta filannoon fakkeessii fi kijibaa wayyaanee geggeeffamuuf guyyaan tokko qofti hafee jiru kanatti, mootummaan wayyaanee fincillii fi diddaan ummataa na irratti ka’uu danda’a kan jedhuun sodaa hamaan liqimfamee jiraachuun isaa wayta mirkanaa’u, yaaddooma kana irraa ka’uudhaan waraana kaaba biyyattii jiru dabalatee humni ittisa wayyaanee hundi sadarkaa tokkoffaatti qophaa’ee […]

Continue Reading 0
Ethiopians in Italy protest killing of migrants in Saudi Arabia.Demotix/Stefano Montesi. All rights reserved

Suppressed at home, neglected abroad, Ethiopian migrants

 By Graham Peebles (Open Democracy) — The May 24 election, contrary to US Under Secretary of State Wendy Sherman’s misjudged and widely criticized comments, is a hollow piece of democratic theatre. The first duty of any government is to protect its citizens from harm, at home and abroad – no matter who they are, or […]

Continue Reading 0
Eng. Girmaa Xurunaa

Engineer Girmaa Xurunee fi Dr. Aduunya Boggaalee Dabalatee dargaggoonni Oromoo 4 Loltoota Wayyaaneen Mana Jireenyaan Weeraramuun Ukkaamfama

Dargaggoota Qaroo Hawaasaa Hidhuun,Ukkaamsuun Mootummaan Abbaa Irree Aangoo Irratti Hin Hambisu. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Caamsaa 22, 2015 Finfinnee Engineer Girmaa Xurunee fi Dr,Aduunya Boggaalee Dabalatee dargaggoonni Oromoo 4 Loltoota Wayyaaneen Mana Jireenyaan Weeraramuun Ukkaamfaman. Oromoota qaroo sabaa ta’anii fi kanneen sabboonummaan kuulaman barbaaduun adamsee ukkaamsuu kan itti fufe mootummaan Wayyaanee /EPRDF gaafa Caamsaa 22,2015  […]

Continue Reading 0
An election rally staged by the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front in Addis Ababa. There is widespread public indifference about the poll. Photograph: Tiksa Negeri/Reuters

Ethiopia’s election is a wake-up call on human rights and sound governance

The international community must challenge Ethiopia’s oppressive regime by funding local human rights and democracy groups. By Daniel Calingaert (The Guardian) — On Sunday, millions of Ethiopians will line up at polling stations to participate in Africa’s largest exercise of political theatre. A decade-long campaign by Ethiopia’s government to silence dissent forcibly has left the […]

Continue Reading 1

Designed and Developed by NextGen IT Solutions