Renee Lefort: Labsiin Yeroo Atattamaa Haala Itoophiyaa Keessa Jiru Fooyyeessuu Hin Danda’u

Renee Lefort: Labsiin Yeroo Atattamaa Haala Itoophiyaa Keessa Jiru Fooyyeessuu Hin Danda’u

Haala

FILE – In this Sunday, Oct. 2, 2016 file photo, Ethiopian soldiers try to stop protesters in Bishoftu, in the Oromia region of Ethiopia. German Chancellor Angela Merkel is visiting Ethiopia on Tuesday, Oct. 11, 2016, where her meeting with Prime Minister Hailemariam Desalegn is expected to focus on the country’s newly declared state of emergency after months of protests demanding wider freedoms, and other issues including migration. (AP Photo, File)

WAASHINGITAN, DIISII (VOA Afaan Oromoo) — Mormiin Oromiyaatti bara 2015 jalqabame gara oggaa tokkoo oliitii biyyaatti raasaa ture booda mootummaan Itoophiyaa Onkoloolssa 9, 2016 labsii yeroo attattamaa ji’a jaha turu labse. Dhiheenya kana immoo ji’a afuriin dheeresse.

Mootummaan jeequmsa ka’ee tasgabeesuu fi nagaha hawwaasaa eegsisuudha murtii kana irra gahuu dubbatus, dhaabbileen mirga dhala namaatii falmanii fi beektoonni baayyen mirga lammiilee ukkaamsuuf itti fayyadamaa jira jedhan.

Labsiin kun fooyyee fideeraa laata? Fundura biyyatiitti bu’aa buuse qabaa? Kana irratti fi walumaagalaa haala siyaasa fi diinagdee biyyattii irratti yaada hayyoonni biyya allaa oggoota dheeraa dha qorannoo geggeessaa turan kennan kunooti.

One Response to Renee Lefort: Labsiin Yeroo Atattamaa Haala Itoophiyaa Keessa Jiru Fooyyeessuu Hin Danda’u

  1. Abel Mulugeta April 19, 2017 at 5:19 pm #

    Somebody should tell this General Siraj that Sudan , Eritrea , Tigray , Bensishangul Gumuz and Egypt are getting ready to unite as one country. We must block the Nile water from reaching the GERD dam if that happens and General Siraj will need to choose who he will side with right now.

Leave a Reply

Designed and Developed by NextGen IT Solutions